Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Namoota abidda LA'n miidhaman gargaaraa kan jiran Dr. Guddataa Hiniikkaa maal jedhu?
Namoota abidda LA'n miidhaman gargaaraa kan jiran Dr. Guddataa Hiniikkaa maal jedhu?
Dr Guddataa Hinikkaa magaalaa Loos Anjalas Giddugala Medikaalaa Hospitaala Kaaliforniyaa keessa hojjetu.
Ogeessa fayyaa beekamaa Itoophiyaa keessattis kollejjii fayyaa Nageellee Arsii jedhamu hundeessaniidha. Balaa abiddaa Loos Anjalas mudate kanaan hanga ammaa lammileen Itoophiyaa du'anis ta'ee miidhan irra gahe akka hin jirere BBCtti himan.
Namoota balaa kanaan miidhaman gargaaraa kan jiran Dr. Guddataan, haalli achi jiru maal akka fakkaatu ibsu.
Daawwadhaa