Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Baqannaarratti ijoolleen bishaan tortoraa fi biyyoo nyaataa lubbuun turan'
'Baqannaarratti ijoolleen bishaan tortoraa fi biyyoo nyaataa lubbuun turan'
Yeroo baayyee namni biya ambaa jiru tokko bareedee waan mulateef qofa waanuma jireenya irraa hafaa jiraatu fakkaata.
Haata'u malee jireenyi fi imalli baqattummaa hangam cimaa akka ta'e namoota keessa darbee qofaatu beeka.
Baqattoonni lammiilee Itoophiyaa Afriikaa Kibbaatti argaman mudannoo daandii baqannaa irratti isaan mudateefi jireenya biyya ambaatti keessa jiran akkasiin BBCtti himan.