Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Battala Chaarlas III Mootii tahuun muudame
Battala Chaarlas III Mootii tahuun muudame
"Waaqayyoo Mooticha haa eegu!"
Chaarlas III fi Kaamilaan Mootii fi Giiftii tahuun sirna addaa muuziqaa fi fakkoommiin guutameen Landan Bataskaana Westminster Abbey keessatti muudaman.
Phaaphaasiin 'Church of England' Justin Welby, gonfoo seenaa bara dheeraa qabu kana Mooticharra kaa'an.
Namoonni kumaatamatti lakka'aman otoo roobni roobaa jiruu daandii 'the Mall'tti bahuun Mootiisaanii harka fuudhan.
Kun wayita Chaarlas III Mootii tahuun muudamu sirna turedha.