Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Gaazaatti dhalatee achumatti kan ajjeefame Yaahiyaa Sinwaar bu'aa bayii akkamii keessa darbe?
Gaazaatti dhalatee achumatti kan ajjeefame Yaahiyaa Sinwaar bu'aa bayii akkamii keessa darbe?
Hoogganaan Hamaas Gaazaa keessa ture Yaahiyaa Sinwaar loltoota Israa'eliin ajjeefameera.
Aanga'oota Hamaas kanneen Israa'el akkaan adamsaa turte keessaa jalqabarra kan ture Sinwaar haleellaa Onkoloolessa 7, 2023 kibba Israa'el irratti raawwate isatu qindeesse jedhama.
Israa’el hogganaa Hamaas Yaahiyaa Sinwaar Gaazaatti ajjeesuu kan himte erga gareen kun akka itti gaafatamaa waliigalaatti isa muudee ji’a lamaan booda.