Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Holaandirraa dhufee Booranatti hafe, kitaabota hedduu Afaan Oromoon barreesse
Holaandirraa dhufee Booranatti hafe, kitaabota hedduu Afaan Oromoon barreesse
Maanguddoon kun Holaandirraa dhufanii Booranatti hafan. Maqaan isaanii Aab Idee Delaangii jedhamu.
Waggaa 50 darbaniiru erga gar sana dhaqanii. Amma maanguddoo ganna 84ti, achumatti aarrii baasan. Booranni lafa nagaayaati, asuma tura jedhu.
Boorana keessatti manneen barnootaa ijaaruufi hojii hawaasummaarratti bobba'aniiru. Daawwadhaa!