Gaarreen Goolaan maaliif Israa'eliifi Sooriyaaf madda wal dhabdee ta'e?

Gaarreen Goolaan maaliif Israa'eliifi Sooriyaaf madda wal dhabdee ta'e?

Bulchiinsi Bashaar al-Asaad kan Sooriyaa baroota gara 50 ta'u bulchaa ture humnoota finciltootaatiin aangoorraa kaafamuu hordofee Israa'el biyyattii keessatti eddoowwan garaa garaatti haleellaa raawwachu eegalte.

Israa'el tarkaanfiin fudhataa jirtu kunis yeroo Sooriyaan gara bara bulchiinsa Asaad boodaatti ce'aa jirtutti, meeshaaleen waraanaa ''harka warra finxaaleeyyii'' akka hin galleef akka ta'e dubbatti.

Kana malees Ministirri mummee Israa'el loltoonni isaanii naannoo waraana irraa bilisa ta'e kan garreen Goolaan irratti argamu to'achuu isaanii himan.

Kunis yeroodhaaf ta'u kaasanii, bakki keessaa bahunsaanii garuu 'amala' mootummaa Sooriyaa gara fuulduraa irratti akka hundaa'u hin dhoksine.

Bal'insaatiif viidiyoo kana dowwachaa.