Urjiiwwan furguggifaman Kanaadaa fi US keessatti halkan samii ibsaa bulan

Urjiiwwan furguggifaman Kanaadaa fi US keessatti halkan samii ibsaa bulan

Urjii furguggifamtuu ykn 'Meteor lights' jedhamu. Kutaalee US fi Kanaadaa keessatti halkan samii ibsaa bulan.

Jiraattonni Ameerikaa kaabaa waan urjii fakkaatu samiirraa gara lafaatti darbatamu kana ijaan arganii taajjabaniiru, suuras kaafatanii, viidiyoo isaas waraabbataniiru.

Urjiin kun abidda kubbaa fakkaata, halkan lafa ibsa.

Kaameraawwan nageenyaafi bakka garagaraa kaa'aman yeroo urjiin kun ifa kennaa utaaltu waraabaniiru.

Biyyoota lamaan keessatti yoo xiqqaate namoonni 170 urjii ifa kennaa darbatamtu kana arguu himan.

Bakka addaa urjiiwwan kunneen keessatti mul'atan ammoo US-Montaanaa, Kanaadaa-Albertaa keessattidha.

Daawwadhaa!