Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Fuulakoo nan jibban ture, amma garuu ittan boona'
'Fuulakoo nan jibban ture, amma garuu ittan boona'
Jono Lancaster sababa fuullisaa adda tahee dhalateef, maatiin dhiiga isaa ofitti fudhachuu jibbanii akka ganan hima.
Gaheessi kun rakkoo fayyaa Treacher Collins Syndrome (TCS) kan qabu ennaa tahu, lafee fi tiishuu fuulasaarra jiru kan miidhudha.
Jono ganna shanitti maatiin tokko guddifachaa fudhatanii guddisan, amma ammoo seenaa isaa gama kitaabaan addunyaaf qoodaa jira.