Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Nyaanni aadaa Oromoo-Cukkoon akka alatti ergamu beektuu?
Nyaanni aadaa Oromoo-Cukkoon akka alatti ergamu beektuu?
Ijoollummaasheerraa kaastee nyaata jaallattu gabaa biyya alaatiif erguurra geesse.
Hayaat Tubbaa Guyyee jedhamti.
"Ijoollummaakootti bakka cidhaa deemuu kanan jaalladhu, cukkoo nyaafidha," jetti.
Nyaata aadaa ofii jaallattu kana ammoo ammayyeessitee gabaa biyya keessaafi biyya alaatiif dhiyeessaa jiri.
Waan ishen jettu ishumarraa daawwadhaa.