Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Dhalataa Kuyyeraa biliyeenara ta'uu hawwaa guddatee, ta'ee argame'
'Dhalataa Kuyyeraa biliyeenara ta'uu hawwaa guddatee, ta'ee argame'
Maqaan maatiin isaaniif baasaniif Darguu Tuleeti. Yeroo mootummaan Dargii aangoo qabatu waan dhalataniif maqaan kun isaaniif mogga’eef. Maqaan idilee isaanii kana ta’ulleen isaan kan ittiin of beeksisan ‘Mintee Biliyeenar’ jedhuun.
Maqaan Mintesinoot jedhu kana ammoo moggaasa daldala meeshaa manaa ittiin beekamaniirraa akka dhufe himu.
Namni kun eessaa ka'ee as gahe?
Isumarraa dhga'aa