Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Faaxumaa Roobaa eessatti badde?
Atileet Faaxumaa Roobaa dirree Olompikiirratti dorgommii maraatoonii injifachuun dubartii Afriikaa ishee jalqabaati. Faaxumaa Roobaa Olompikii Atlaantaa bara 1996 adeemsifamerratti dorgommii maraatoonii mo'achuun dubartii Afriikaa ishee jalqabaa ta'uun dabalataan maraatoonii Boostan walitti fufiinsaan yeroo sadii mo'achuun seenaa dalagdeerti.