Talaalliin Covid-19 yoom dhaqqabuu danda'a?

Erga weerarri koroonaavaayiras jalqabee biyyootni adunyaa hedduun talaallii barbaacha irratti bobba'anii jiru. Ameerikaa fi Uk'n yaalii gaggeessaa turan.

Garuu talaalliin kun yoom hojii irra ooluu jalqaba? Kan jedhu irratti saayintistootni yaada adda addaa kennaa jiru.