Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Talaalliiwwan akkamiin hojjetu?
Koronaavaayirasiin haala salphaa ta'een addunyaarra kan faca'aa jiruu fi uummanni addunyaa hedduunis ammallee daran miidhamaa kan jiruudha.
Vaayirasii kanaaf dawaan ammallee hin argamane, addunyaan garuu talaallii isaa argachuuf cichitee hojjechuu itti fufteetti.
Garuu talaalliin kun yoom argama laata?
Talaalliiwwan akkamiin hojjetu?