Aada Kaatolikii ta'us Phapaas Firaansis namoota qubeelaa isaa dhungachiisuu dhowwatan.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Aada Kaatolikii ta'us Phapaas Firaansis namoota qubeelaa isaa dhungachiisuu dhowwatan.

Akka warra Kaatolikiitti qubeelaa Phaphaasii dhungachuun waan baramedha. Garuu Firaansis Waxata darbe namoota walakkaa qubeelaa isaanii dhungachiisuu dhowwatan.