Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Achi buutee tasaa: Namootni Sa'uudii qeeqan akkamiin dhabamu
Sa'uudii Arabiyaan gaazexeessaan Jamaal Khashoojii qoontsilaaishee Istaanbul jiru keessatti ajjeefamuu amantee jirti. Namooti Sa'uudii qeeqan kaan akkamiin achi buuteen isaanii dhabame?