Guyyoota 100: Haaromsa diinagdeefi abdii fayyadamtoota intarneetii

Dhaabbileen akka Itiyoo-telekoom dhaabbilee dhunfaaf gariin dabarfamu murteen jedhu fayyadamtoota tokko tokkotti abdii horeera.

Ammatti gatiin kafalluufi tajaajilli argannu wal hin madaalu jechuun komatu.