Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dirree Dhawaatti lafa reeffi Hindootaa itti gubatu
Dubartii Dirree Dhawaa waggoota 40 darbaniif bakka reeffa itti guban eegaa turte.
Waggoota 25 darban keessatti reeffa tokko qofatu gubate.