Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Iboolaa: Dhukkubni kun maaliif deddeebi'ee dhufaa?
Riipablikii Diimookraatawaa Koongootti yoo xiqqaate namootni 44 dhibee kanaan hubamanii, namootni 28 immoo du'aniiru.
Bara 2014 tti Iboolaan Afrikaa Lixaa keesatti lubbuu namoota 11,000 balleessuun isaa kan hin irraanfatamnedha.