Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Baatii saddee guutuu akkanumaan taa'uutti jirra
Lammilee 800,000 ol naannoo Somaaleerraa buqqa'an keessaa, 2600 ol magaalaa Baatuu keessatti qubatanii jiru.
Lammileen kunneen ijaarsa manaa irraa kaasee, rakkoo hedduutu nu qunnamaa jira jedhaniiru.
Anga'oonni mootummaa gama isaaniitiin rakkoo kana hiikuuf hojjechaa akka jiran himu.
Viidiyoo: Habtaamuu Xibabuu
Gulaalaa: Yaadataa Birhaanuu