Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Magaalaa Finfinneefi carraa qonnaan bulaa naannooshee
Magaalaan Finfinnee akkuma bal'ataa jirtu jiruufi jireenyi Oromoo naannoshee balaafi gadadoof saaxilamaa jira. Gariin qonnaan bultootaa ammas lafti waadaa nuuf galame waan nuuf hin kennamneef fuuldurri keenya yaaddoon kan guutamedha jedhu.
Viidiyoon: Yaadataa Birhaanuu, Chaarlii Noorzikoot fi Habtaamuu Xibabuutiin