Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Guyyaa Afaan Dhalootaa Addunyaa: jechoota teknooloojii Afaan Dhalootaatiin
Guyyaan Afaan dhalootaa erga yaadatamee oluu eegalee bubulleera. Guyyichi kan yaadatamus afaanoota sababii adda addaatiin dabuuf deema yaadachuuf.
Gaazexeessitoota keenya Afaan dhalootaa isaaniin jechoota teknooloojii garagaraa maal akka jedhaman gaafanneerra