Unit 1: How do I...
Select a unit
- 1How do I...
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 16
Listen to find out how to talk about your childhood hobbies.
Ijoolummaakeetti maal gochuun akka si gammachiisu (hobbies) akkatti dubbattu hubachuuf caqasi.
Activity 1
How do I talk about my childhood hobbies?
Himawwan kanneen keessaa kamtu waa’ee amalaa dubbataa?
I played football last week.
I was playing football yesterday afternoon.
I used to play football as a child.
Deebiiwwan mirkaneeffachuuf caqasi. Ittaansuun barruu armaan gadii waliin walbira qabii ilaali.

Caalii
Yooyyaa! Gara sagantaa barnootaa How do I… tti baga nagaan dhufte! An Caaliidha. Akkasumas Saam na waliin jirti
Sam
Hello, everybody. Welcome!
Caalii
Kutaa kana keessatti, akkamitti siriitti waa’ee ... akka gaafannu ilaalla. Mee tilmaamuu dandeessaa! Namoonni muraasnii yeroo boqonnasaniitti maal hojjechuu akka isaan gammachiisu ‘hobbies’ wayita dubbatan caqasuun mee ha jalqabnu. Waa’ee fedhii isaaniimoo waa’ee yeroo boqonnaasani waan hojjechuun isaan gammachiisu haasa’aa akka jiran adda baafadhu.
A.I used to play football with my friends, but now I don’t.
B.I used to watch a lot of films when I was a child.
C.I didn’t use to listen to music much when I was young.
Caalii
Egaa, waa’ee fedhii isaanii yookaan waa’ee waan hojjechuun isaan gammachiisu ‘hobbies’ kan ammaa moo kan yeroo ijoolummaasanii haasa’aa jiruu? That’s right, when they were children!
Sam
Absolutely! Now let’s have a look at the language they used.
Caalii
Yes! Himoota kanneen keessatti, namoonni waa’ee amala isaanii durii ‘past habit’ – hojiiwwan dhaabbataatti hojjetan ykn utuu hinhojetin hafan hunda haasa’aa turan.
I used to play football with my friends.
I used to watch a lot of films.
Caalii
Did you hear it? Amala darbeefi gochaan irradeddeebiiin rawwatu tokko ibsuuf gaale ‘used to’ ‘gochaan ture’ jedhu fayyadamani.
Sam
Yes, and did you hear what we put after ‘used to’?
Caalii
Let’s listen again! Yeroo kanattti, ‘used to’ itti aane kan dhufu haa caqasnu:
I used to play football with my friends.
I used to watch a lot of films.
Caalii
What did you hear? Gaalee ‘used to’ booda, tokko tokkoon dubbatootaa xumura ykn gocha fayyadamani. Akkuma caqasne, taphachuu ‘play’, daawwachuu ‘watch’ akkasumas xumura kamiyyu as galchu ni dandeessa. Gaaleen ‘used to’ kan waan darbe agarsiisuu waan ta’eef xumura as galu akka jirutti fayydamna malee jijjirra itti gochuun nu hin barbaachsisu.
Sam
Now, let’s quickly practise the pronunciation together! The important thing to notice here is that we pronounce ‘used to’ together, not like it’s two separate words. Repeat after me:
used to…
I used to…
I used to play football.
I used to watch films.
Caalii
Great! Amma, kan dubbataan tokko jedhe xiqqoo adda ture. Jechaa negetiiv ta’e fayyadamuun waa’ee waan gochaa hinturre tokko dubbate. Mee irra deebinee caqasuun akkamitti waan kana akka ibse haa ilaallu:
I didn’t use to listen to music much.
Caalii
Caqastee, ‘use to’ dura buusuun ‘didn’t’ fayyadame? Ittaansuunis akkuma beekamu xumura itti dabale. Simple!
Sam
Yes, it is! Let’s practise the pronunciation together. Repeat after me:
didn’t use to…
I didn’t use to...
I didn’t use to listen to music much.
Caalii
Thanks, Sam. Amma amalakee durii akkatti dubbattu barateetta. Yeroon amma ammo yeroo itti shaakkala gootuudha.
Ijoolummaakeetti fiilmii yeroo baay’ee daawwattee akka hinbeekne godhii yaadi. Jechoonni si barbaachisan ‘watch films’ kan jedhuudha. Akkasumas kun negetiiv ta’u isaas yaadadhu. Boodarra debikee kan Saam waliin walbira qabi ilaali.
Sam
I didn’t use to watch films.
Caalii
Did you say the same?
Ammammoo muuziiqaa caqasuun amalakee ijoolummaa akka ta’e godhi yaadi. Akkamitti dubbata? Jechoota ‘listen to music’ jedhu fayyadamu yaadadhu. Boodarra debikee kan Saam waliin walbira qabi ilaali.
Sam
I used to listen to music.
Caalii
Did you say the same?
Dhumarratti, kubba miillaa taphachuun amalakoo yeroo ijoolumaati jedhii yaadi. Akkam jette dubbattaa? Jechoota ‘play football’ jedhu fayyadamu yaadadhu dubarra walbira qabi ilaali.
Sam
I used to play football.
Well done! Now you know how to talk about past habits, so find a friend and tell them about your childhood hobbies!
Caalii
Good idea! Sam, what were your childhood hobbies?
Sam
Well, I used to play the piano…I used to read a lot… I didn’t use to watch much television…
Learn more!
1. Waa’ee yeroo darbee dubbachuuf ‘used to’ qofaan fayyadamuu danda’aa?
Yes! Asitti waa’ee amalawwan ykn wantawwan irra deddeebi’nee duraan goonuu akkasumas gochawwan yeroo yeroo darbe keessa al tokkoo ol goone tokkoo dubbachaa jirra. Wantota kanneen ammallee raawwachuu dandeenya garuu ‘used to’ addatti waa’ee yeroo darbee dubbachuuf fayadamna.
2. Akkamittin ijaaraa?
Affirmaatiivii ykn psitiiviin isaa:
I used to play football. > raawwataa + used to + gocha bu’uraa
Negatiiviin isaa:
I didn’t use to play football. > raawwataa + didn’t use to + gocha bu’uraa
Gaafiin isaa:
Did you use to play football? > Did + raawwataa + use to + gocha bu’uraa?
Careful! Ijaarsa gaafii negaatiivii ta’e keessatti, dhuma ‘use’ tti ‘d’ kaa’uudhaan akka hinfayyadamne qalbeeffadhu sababiinsaa ‘did’ waan fayyadamnuufi. Kun akkaataa sagaleessasaa hinjijjiiru.
3. Gaaleen ‘used to’, ‘I’ f qofa fayyadaa?
No, raawwataan jijjiiramulee seerri gaafii lammaffaa akkuma jirutti ta’a:
I used to play football.
You used to play football.
He/ She used to play football.
We used to play football.
They used to play football.
4. Gaaleen ‘used to’ jedhu hiikawwan garagaraa qabaa?
Eeyee, gaaleen ‘used to’, haala qabiiyyeerratti hundaa’uudhaan hiikawwan garagaraa qabaachuu waan daada’uuf ofeeggannoo gochuu qabda. Waa’ee amalawwan ykn waan irradeddeebiin goonu tokko yoo dubbannu yeroo are ijaarsa walfakkaatu akka fayyadamnu yaadadhu(gaafii 2ffaa ilaali).
Ijoolummaakootti waan gochuun na gammachiisu (hobbies) akkamittan dubbadha?
4 Questions
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
ኣመት
Himoota positiivii/faallaa hintaane wajjin ‘use to’ moo ‘used to’ fayyadamnaa?Question 1 of 4
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
ኣመት
Himoota faallaa ykn negatiivii ta’an wajjin ‘use to’ moo ‘used to’ fayyadamnaa?Question 2 of 4
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
ኣመት
Hima kana keessatti, ‘to’ al lama barbaanna. Inni tokko ‘used’ wajjin yoo deemu, inni biraammoo ‘listen’ wajjin ta’a.Question 3 of 4
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
ኣመት
Gaafiilee wajjin ‘use to’ moo ‘used to’ fayyadamna?Question 4 of 4
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Tell us what your childhood hobbies used to be on our Facebook group!
Ijoolummaakeetti maal gochuu akka jaallataa turte garee Feesbookii keenyarratti nutti himi.
Join us for our next episode of How do I…, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Qooqa daran faayida-qabeessa ta’an dabalataa kan keessatti barannuufi dandeettii waa caqasuukee kan ittiin shaakaltu sagantaa keenya ‘How do I… ‘n yeroo ittaanu walitti deebina.
Session Vocabulary
play football
kubbaa miilaa taphachuuwatch films
fiilmiiwwan daawwachuulisten to music
muuziqaa dhaggeeffachuua lot of
heddunot… much
heddu… miti