Unit 1: English Expressions
Select a unit
- 1English Expressions
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 15
Listen to find out how to use an everyday English expression.
Jechoota Afaan Ingilizii guyyuu of ibsuuf nu fayyadu akkaataa itti fayyadamnu hubachuuf caqasi.
Activity 1
Game changer
Look at the Session Vocabulary – make sure you know what these words mean:
- rules
- transform
- innovation
Listen to Harry and Feifei explaining the expression 'game changer'. As you listen, answer these questions:
1. What has Harry just bought?
2. Why does he think it's special?
Listen to find out the answers. Then check them on the transcript below.

Caalii
Yooyyaa! Qophii jechoota Afaan Inglizii keessatti of ibsuuf si fayyadan 'English Expressions' akkasumas kan haaraa ta'an akka bartuu si gargaarrutti baga nagana dhufte. Har'a, Afaan Inglizii keessattii of ibsuuf kan si fayyadu “game changer” jedhu ilaalla. Maal jechuudha jette yaadda? Hinbarree? Tole itti fufii caqasi. Feeyfii fi Haarii caqasi. Feeyfiin waa'ee waan Haariin bitee tokko gaafachaa jirti. Maal bitee? Waa'ee waan bite kanaa maal yaadaa?
Feifei
So Harry – did you end up buying a new TV like you were planning?
Harry
I certainly did - and then some! I don't know if 'TV' is really the right word for it though.
Feifei
Why not?
Harry
Well, it's so much more. It's got a 72-inch curved screen with ultimate high-definition and it's in 3D. When you watch a programme, it's like you're really there.
Caalii
Hariin TV(telvishanii) haara bitatteeti waan gamade sitti fakkaata? Daran waan gamade fakkaata, mitii? Maaliif akkana akka itti tole hubachuuf haacaqasnu.
Feifei
Wow - it sounds amazing.
Harry
It is! TV will never be the same again. In TV terms, it's a real game changer.
Feifei
A game changer? What's that?
Harry
Well, it's so unlike any normal TV, that it's changed the rules of what TVs are. You will never think of TV in the same way if you watch my TV – it's a new world of television.
Feifei
So 'game changer' means something that is so new and different, it changes the rules of the game.
Harry
Exactly. It could be technology, like my TV, or a person with new ideas, or a new direction in music or fashion. Any new innovation that changes the current situation.
Caalii
Hariin TVn isaa haaraan 'game changer' dha jedhee yaada. 'Game' jechuun 'tapha' akkasumas 'changer' jechuun wanta/nama waan biraa tokko jijjiiruudha. Ibsi kun tarii haala gochi yookaan taphataan tokko itti tari 'game' tokko itti 'change' godhurra kan dhufe ta'u mala – kun egaa taphi tokko akka inni jijjiramu waan godheef 'game changer' jechisiisa. Ammas wantota haaraa, kanneen turaniirra bifa adda ta'een hojjetamuun haala ture gutummaatti jijiranifiis ni fayyadamna. Sababa kanaaf, ibsi kun yeroo heddu guddina teeknooloojii ammayyaa waliin fayyadamama. Waantoota ykn nama akkaataa hojiiwwan armaan dura hojjatamaa turanirratti jijjiirama haalaan gaarii ta'an fide ibsuufillee itti fayyadamama.
Ibsi kun waa'ee waan tokkoo dubbachuuf kan itti fayyadamamu ta'ullee, maqaa waan ta'eef fuuldura 'game changer', 'a' fayyadamuu yaadadhu. Kanaafu TVn Harii 'is a game changer'.
Examples
The Beatles' album Sergeant Pepper was a real game changer – it transformed pop music forever.
Our company needs a game changer – someone who can come in and rethink the way we do everything.
Last year my boss said we could all work from home whenever we needed to. It's been a real game changer in the way we work.
Feifei
So, some different types of game changers there. For people learning English, I suppose the internet has been a real game changer. You can study anytime, anywhere now.
Harry
You can – especially if you visit our website bbclearningenglish.com.
Feifei
Very true, if you want to improve your English, our website can be a real game changer. So, I suppose you're going to be staying in tonight.
Harry
Me? No, I'm going out.
Feifei
But, you've got an amazing new TV, the game changer.
Harry
I know, but it's Thursday, and there's never anything good on TV on Thursdays. And to be honest, I think I've been watching too much TV. I need to get out more.
Feifei
Oh well – I guess your TV didn't change the game for long.
Caalii
Egaa TVn Harii tarii hangana 'game changer' hinturre. Atihoo? Afaan Ingilizii barachuuf Interneetiin qabatamaatti 'game changer' jettee yaaddaa? Kalaqawwan biro 'game changers' turan yaadachuu dandeessaa? Jechoiota Afaan Ingliziin of ibsuuf si fayyadan 'English Expression' dabalataaf yeroo ittaanutti walitti deebina.
Answers
1. Harry has just bought a new TV.
2. He thinks it is unlike any TV he had before.
How do I use it?
A 'game changer' is a development that is so innovative it completely changes the area in which it is relevant. It could an object, an idea, a procedure or a situation. Remember that it is made up of two words, which cannot be split up.
It will be a real game changer when self-driving cars are widely available.
This new smartphone is a game changer! Every other company will have to adapt now.
Online learning has been a game changer for education.
Game changer
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Ibsannoon kun jecha ‘Game’ jedhu, jecha addaa kana wajjin walitti dabaluun wanta addaa tokko hojjachuu jechuudha.Question 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Gaalichi, wanta haaraa tokkotu akkaataa wantonni ittiin hojjataman jijjiiruuf jira jechuu akka ta’e yaadadhu. Gaalee kun waan haaraa tokko jiraachu kan himuufi inis akkaata wanti tokko itti hojjetamu jijiruuf kan jiru ta’u agarsiisa.Question 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Gaaleen kun wanta tokko eera kanaafuu akkaataa waan tokko ittiin ibsame sanatti yeroo mara fayyadamuu qabna.Question 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Over to you!
What objects have been game changers for you? Is there an idea that has been a real game changer for you? Has anything been a game changer for you learning English? Come and tell us on our Facebook group.
Join us for our next episode of English Expressions, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota English Expressions ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
Session Vocabulary
Unlike
faallaa (haala faalla ta’een)Rules
seerawwan bulmaataaA new direction
Kallattii haaraaTransform
jijjiirraa/cehumsaInnovation
Kalaqa