บทเรียน 1: How do I...
เลือกบทเรียน
- 1How do I...
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
บทเรียนย่อย 7
Listen to find out how to compare more than two things.
Ingiliffa keessatti wantoota lamaa ol akkamitti akka dorgomsiistu baruudhaaf dhaggeeffadhu.
แบบฝึกหัด 1
How do I compare more than two things?
Kutaa har’aa keessatti waa’ee nyaatawwan kanneenii dubbanna:
- Nyaata Jaappaan
- Nyaata Meksiikoo
- Nyaata Xaaliyaan
- Nyaata Ingiliiz
Akka yaada keetiitti, nyaatawwan akana isa hunda caalaa baayyee gaarii ta’e irraa gara isa hunda caalaa baayyee gadhee ta’eetti tooraan kaa’i. Achiin booda kutaa kana dhaggeefachuun akkamitti akka yaada kana Ingiliffaan ibsitu baradhu.
Deebiiwwankee mirkaneeffachuuf caqasi. Ittaansuun barruu kanaa gadii wajjin walbira qabii ilaali.

Firaol
Yooyyaa! Gara sagantaa barnootaa How do I…tti baga nagaan dhufte! An Firaoldha. Saam na waliin jira.
Sam
Hello, everybody. Welcome!
Firaol
Kutaa kana keessatti, akkatti wantota lamaa ol ta'an walbira qabanii ilaalan ykn dorgomsiisan ilaala.
Namoonni sadii yaadasaanii waantokkorratti yoo kennan caqasuudhaan haa'eegallu. Yoo hundasaa hubachuun sirakkise hinyaadda'iin; gara boodaarra sigargaarraa. Ammaaf waa'ee maalii akka dubbachaa jiran qalbeeffadhu.
1. I think Japanese food is the nicest food in the world. It's definitely the tastiest.
2. Mexican food is the most delicious, in my opinion.
3. Of all the food in the world, Italian is the best! And English is the worst.
Firaol
I'm hungry now! Waa'ee nyaataa dubbataa turani. Mitiree? Waa'ee nyaatawwan garagaraa addunyaarraatti argamanirratti yaadawwansaanii kennaa jiru.
Sam
Yes, they talked about Japanese, Mexican, Italian and English food. So they were taking one type of food and comparing it to many others.
Firaol
Eeyee. Kana gochuuf maqibsoota kan akka duraan dhageenyee - 'nice' 'bareedaa', 'tasty' 'fooliifi mi'a gaarii kan qabu', 'delicious' 'baay'ee kan mi'aawu', 'good' 'gaarii' fi 'bad' 'badaa ykn gaarii kan hinta'in - fayyadamuudhaan isaan jijjiirra.
Sam
Let's listen again to the first speaker – how does he use the words 'nice' and 'tasty'?
I think Japanese food is the nicest food in the world. It's definitely the tastiest.
Firaol
Egaa seerri maqibsoota sagaleessa tokkoo kan akka 'nice' fi seerri maqibsoota sagaleessa lama qabanii kan akka 'tasty' akka eerutti, fuldurasaanii 'the' kaa'uudhuun '-est' dhumasaaniirratti daballa.
'Nice' kan qubee 'e' dhaan xumuramu ilaalhise '-st' qofa itti idaana.
Sam
Let's quickly practise! Repeat after me:
the nicest
the tastiest
Firaol
Egaa jechichi akka 'delicious' ykn isarra kan dheraatuufi sagalee lamaa ol kan qabu yoo ta'e maaltu ta'aa?
Mexican food is the most delicious, in my opinion.
Sam
In this case, we don't change the adjective – 'delicious' stays 'delicious'.
Firaol
Bakkasaa, maqibsa dura jechoota lama 'the most' jedhu idaana.
Sam
Yes, so 'interesting' becomes 'the most interesting', 'exciting' becomes 'the most exciting', etcetera. Shall we practise the pronunciation? Repeat after me, please:
…the most delicious...
It's the most delicious food in the world.
And we just have two more to look at quickly!
Firaol
Yes, kunneen seerrawwan dubbachaa turre keessaa kanneen adda ta'aniifi barbaachisoodha. Ammas caqasuun yoo kan dhageessu ta'e ilaali – yaadadhu, ijaarsi kana keessa yeroo hunda 'the' ni jiraata.
Italian is the best! And English is the worst.
Sam
They were 'the best' and 'the worst'.
Firaol
Kunneen addadha sababiinsaa maqibsa bu'uraa kan akka 'good' fi 'bad' hinfakkaatan waan taéefi. Akkasumas xumurarratti '-est' hinfayyadamnu.
Sam
Repeat after me:
the best
the worst
Firaol
Afaan Ingilizii baruuf mala kamtu 'baay'ee salphaadha' jettee akka yaaddu filadhu: kitaaba wajjiin qofaa ofii' – 'alone with a book' – daree keessa' – 'in class' – ykn 'onlaayinii' – 'online'. Maqibisichi 'cheap' dha. Boodarra, walbira qabdee akka hubattuuf deebii Saam dhageessa.
Sam
Online is the cheapest way to learn English.
Firaol
Do you agree? Ammammo kamtu haalaan hawwisiisaadha jettee akka yaaddu murteessi. Maqibsichi 'interesting' dha. Ammas boodarra yaada Saam waliin walbiratti qabdee dorgomsiisuu dandeessa.
Sam
Online with BBC Learning English is the most interesting way to learn English. Of course!
Firaol
Good point, Sam!
Sam
Yes, because we're the best.
Firaol
Egaa sagantaa How do I… kan biraatiin torban ittaanu walitti deebina! Nagaatti!
Sam
Bye, everyone!
Learn more!
1. Maq-ibsitoota walfakkaatan fayyadamuudhaan akkamittan wantoota lamaa ol dorgomsiisa?
Maq-ibsitoota birsaga tokkoofi lamaatiin,'the' dura galchuun '-est' dhuma irratti itti dabali:
• Maq-ibsi + be+ the (maq-ibsi + -est)
My mother's house is the cleanest house I know.
• Maq-ibsi warra 'e'tijn xumuramu + -st ('e' dacha/cimdii hin godhiin)
He's the nicest man I know.
• Maq-isbsi 'y'tiin xumuramu + -iest ( 'y' gara 'I' tti jijjiiri)
She's the prettiest girl I know.
• Maq-ibsi dubbachiiftuu tokkoofi dubbifamaa tokkoon xumuramu, dubbifamaa isa dhumaa lama gochuun + -est.
London's the biggest city in the UK.
Maq-ibsitoota birsagoota lamaa ol dheerataniif, duraan 'the most' galchinee dhuma irratti waan tokkoyyu itti hin daballu, kanaaf, maq-ibsi kun hin jijjiiramu jechuudha:
New York is the most exciting city in the world.
Mr Smith is the most interesting teacher in the school.
2. Seerawwan kanaan kan adda ta’an jiruu?
Of course! Maqoibsitoonni kunneen sadan addadha, kanaaf isaan yaadachuudhaaf yaali:
good > the best (not 'the goodest')
bad > the worst (not 'the baddest’)
fun > the most fun (not 'the funnest')
Ani akkamittan wantoota lamaa ol waldorgomsiisaa?
4 Questions
Complete the gaps in these sentences.
Bakka duwwaa jiru guutuuf filannoo sirrii filadhu.
ช่วยเหลือ
แบบฝึกหัด
Complete the gaps in these sentences.
Bakka duwwaa jiru guutuuf filannoo sirrii filadhu.
คำใบ้
Yaadadhu, 'long' maq-ibsi abbaa birsaga tokkoodha.Question 1 of 4
ช่วยเหลือ
แบบฝึกหัด
Complete the gaps in these sentences.
Bakka duwwaa jiru guutuuf filannoo sirrii filadhu.
คำใบ้
Yaadadhu, 'lovely' maq-ibsi abbaa birsaga lamaadha ‘y’ tiin xumuramammoodha.Question 2 of 4
ช่วยเหลือ
แบบฝึกหัด
Complete the gaps in these sentences.
Bakka duwwaa jiru guutuuf filannoo sirrii filadhu.
คำใบ้
'Delicious' maq-ibsi dheeradhaa, kanaaf seerri isaa maalidha?Question 3 of 4
ช่วยเหลือ
แบบฝึกหัด
Complete the gaps in these sentences.
Bakka duwwaa jiru guutuuf filannoo sirrii filadhu.
คำใบ้
Raadadhu, 'good' fi 'bad' n addadhaa!Question 4 of 4
Excellent!เยี่ยม!แย่หน่อย!คุณทำคะแนนได้:
Come to our Facebook group to tell us what you think 'the best' food in the world is!
Addunyaa kana irratti nyaata 'the best' /hundaa ol jaallatamaadha jettu nutti himuudhaaf gara garee feesbuukii keenyaatti kottu!
Join us for our next episode of How do I…, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Qooqa daran faayida-qabeessa ta’an dabalataa kan keessatti barannuufi dandeettiiwwankee caqasuu kan ittiin shaakaltu sagantaa keenya How do I…'n yeroo ittaanu walitti deebina
Session Vocabulary
nice
dansatasty
miyaawaadelicious
mishaadhagood
gaariibad
badaacheap
rakasalong
dheeraafun
gamachiisaapretty
bareedalovely
jaalatamaainteresting
namatti tolaexciting
ajaa’ibsiisaa