Essential English Conversation :1واحد
انتخاب واحد
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
جلسه 27
Listen to find out how to ask about how much clothes cost.
Huccuuwwan gatiinsaanii meeqa akka ta’e akkaataa ittiin gaafatamu hubachuuf caqasi.
Session 27 score
0 / 3
- 0 / 3تمرین 1
تمرین 1
How much is this?
Listen to find out how to ask about how much clothes cost.
Huccuuwwan gatiinsaanii meeqa akka ta’e akkaataa ittiin gaafatamu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Battallee fudhachuuf sagalee kana caqasi.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye gara haasawaa Afaan Inglizii barbaachisoo isiniif dhiheessinutti baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Kutaa kana keessatti, wayita bituuf deemtutti akkaataa gatii meeshaa ittiin gaafattu baratta. Namoonni lama suuqii keessatti wayita walitti dubbatan caqasi.
Fiona
Hi, how much is this jacket?
Shop assistant
That jacket's £59.99
Fiona
Can I try it on?
Shop assistant
Of course you can.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda'iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna. Jalqaba, Fiyoonaan 'Gatiin jaakkeeta kanaa meeqa?' 'How much is this jacket?' jettee gaafatte. Wayita waa'ee meeshaa tokkoo dubbannu jecha 'this' 'kana' jedhu fayyadamna; garuu wayita meeshaan nuti dubbachuu barbaannu tokkoo ol ta'an ammoo jecha 'these' 'kanneen' jedhu fayyadamna. Caqasiitii irradeebi'i.
Insert
Hi, how much is this jacket?
Caalii
Ittaansuun gargaaraan suuqichaa, 'Jaakkeetiin sun…' 'That jacket is….' jedhee akkasumas gatii itti dabalee deebisee. Gatiin wayita himamu digitii lamaan tuqaa duraa fi tuqaa booda jiran mata mataan dubbifamuu. Kanaafuu 59.99 "fifty-nine Ninety-nine" 20.50 "Twenty fifty" caqasitii irra deebi'i.
Insert
That jacket's £59.99
Caalii
Ittaansuun Fiyoonaan 'uffadhee ilaaluun danda'aa?' jettee gaafatte. Caqasiitii irradeebi'i.
Insert
Can I try it on?
Caalii
Dhumarrattis, gargaaraan suuqichaa "Of course you can" 'Sirriitti, ni dandeessa,' jedhe. Caqasiitii irradeebi'i.
Insert
Of course you can.
Caalii
Baayy'ee gaarii – Ammammoo namoonni gara garaa suuqii keessatti wayita dudubbatan caqasuudhaan maal akka jette mirkaneeffadhu.
Hi, how much is this sweater?
That sweater's £24.99
Can I try it on?
Of course you can.
Hi, how much is that coat?
This coat is £39.99
Can I try it on?
Of course you can.
Hi, how much are these shorts?
Those shorts are £19.99
Can I try them on?
Of course you can.
Caalii
Tole, irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingiliziin caqasiitii irradeebi'i. Yeroo kanatti tokkoo-tokkoosaanii al lama dhageessa.
Hi, how much is this jacket?
Hi, how much is this jacket?
That jacket's £59.99
That jacket's £59.99
Can I try it on?
Can I try it on?
Of course you can.
Of course you can.
Caalii
Baay'ee gaarii! Afaan Ingilizii hagam dansaa akka yaadattu haa'ilaallu. Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingilizii keessatti maal akka ta'an himi.
Asham, gatiin jaakeettaa kanaa meeqaa?
Hi, how much is this jacket?
Jaakkeettaan sun pawundii 59.99
That jacket's £59.99
Uffadhee ilaaluu danda'aa?
Can I try it on?
Sittitti, ni dandeessa.
Of course you can.
Caalii
Misha-Tole, wayita bittaaf suuqii deemtutti, Afaan Ingiliziin gatii meeshaa akkamiin akka gaafattu ni beekta. Haasawicha gargaaraa suuqii wajjin shaakali. Gatii shaamishii kanaa gaafadhu; akkasumas uffatte ilaaluu akka dandeessu gaafachuu yaali.
That shirt's £19.99
Of course you can.
Caalii
Baay'ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi'iii caqasi.
Fiona
Hi, how much is this jacket?
Shop assistant
That jacket's £59.99
Fiona
Can I try it on?
Shop assistant
Of course you can.
Caalii
Hojii gaarii! amma wayita bittaaf suuqii deemtu, Afaan Ingiliziitiin gatii meeshaa gaafachuu ni dandeessa. Waan baratte shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa ykn koodee tokko barbaaddadhuutii gaafii 'Gatiin kanaa meeqaa?' jettee gaafachuudhaan shaakali. Barnoota dabalataa haasawa Afaan Ingilizii Guyyuutiin yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by putting the words in the correct order.
Jechoota, tartiiba sirrii ta’een tarreessuudhaan waan hanga ammaatti baratte mirkaneeffadhu.
How much is this?
3 Questions
Put the words in the correct order.
Jechoota, tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
Help
تمرین
Put the words in the correct order.
Jechoota, tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
Hint
Kun, gaafii waa’ee gatii meeshaa wanta tokkoo ol ta’ee gaafachuuti.Question 1 of 3
Help
تمرین
Put the words in the correct order.
Jechoota, tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
Hint
Himni kun gatii kootiichaa ibsuu qaba.Question 2 of 3
Help
تمرین
Put the words in the correct order.
Jechoota, tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
Hint
Gaafiin kun suuqii uffataa keessatti, wanta tokko uffatanii yaaluuf akkaataa itti gaafataniidha.Question 3 of 3
Excellent!آفرین! نمره شماBad luck!:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo, kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti, yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
واژه های تازه این جلسه
Hi, how much is this ______?
Hayyee, gatiin ____kanaa meeqaa?Hi, how much are these ______?
Hayyee, gatiiwwan_____kanneenii meeqaa?jacket
Jaakkeetasweater
shurraabacoat
Kootiishorts
qumxaaThat ______’s £______.
____sun £___dha.Those ______ are £______.
____kunneen £___dha.Can I try it on?
Uffadhee yaaluu danda’aa?Can I try them on?
uffadhee isaan yaaluu danda’aa?Of course, you can.
Sirriitti, ni dandeessa.