Unit 1: How do I...
Select a unit
- 1How do I...
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 5
Listen to find out how to talk about the weather in English.
Waa’een haala qilleensaa Afaan Ingiliziin akkamitti akka dubbatamu hubachuuf caqasi.
Wayitii marii qabxii 5
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
How do I talk about the weather?
Haasaa akkaataa kanaan waa’ee ho’aafi qabanaa dubbatan kanneen qabanaarra gara ho’aatti tartiibaan kaa’ii.
It's cool.
It's hot.
It's warm.
It's cold.
Malawwan biroo waa’ee haala qilleensaa ittiin dubbatan hubbachuuf sagantaa kana caqasi.
Deebiikee mirkaneeffachuuf caqasi. Ittaansuudhaan barreeffama kanaa gad jiru waliin walbira qabii ilaali.

Caalii
Yooyyaa! Gara sagantaa barnootaa How do I… tti baga nagaan dhufte! An Caaliidha. Shaanis naa waliin argamti.
Sian
And me, Sian. Hi everybody. Welcome!
Caalii
Kutaa kana keessatti waa’ee malawwan garaagaraa kan haala qilleensaa ittiin dubbannu ilaalla. Namoota waa’ee haala qilleensa har’aa dubbatan caqasuudhaan haajalqabnu. Ammaaf, dubbattoota keessaa kamtu gammadaa akka hinfakkaanne murteessi.
What's the weather like today?
- It's really cold and rainy.
- It's cloudy but it's quite warm outside.
- Ugh, it's raining now.
- It's really sunny and it's very hot today!
Caalii
Hmmm, an eessa ta’uu akkan barbaadu nan beeka! Ati eessa ta’uu akka feetu murteessiteettaa?
Waa’ee qilleensaa otoo hindubbatiin dura, akkamitti nama tokko 'Haalli qilleensa maal fakkaata? Jenne akka gaafannu haa hubannu:
Sian
OK, so we ask the question like this: 'What’s the weather like?' And it just means 'tell me about the weather today'. Let's practise the pronunciation. Listen again and repeat.
What's the weather like today?
Caalii
Egaa Shaan, waa’ee haala qilleensaa dubbachuuf qooqa itti fayyadamuu dandeenyu ilaalluu? We heard lots of adjectives – maq-ibsawwan - didn't we?
Sian
Yes! So we have adjectives to describe the weather and these are made with the noun plus the letter 'y'. Like, for 'rain' we can say 'it's rainy today'.
Caalii
Eeyyee, Kanaafu ‘rain’ ‘roobni’ maqaadha akkasumas maq-ibsa taasisuuf ‘y’ itti ida’uun ‘rainy’ roobaa ta’a. ‘It’s rainy today’.
Egaa amma jechoota duumessa -‘cloud’ fi aduu -‘sun’ jedhaniif maq-ibsa hojjechuu dandeessaa?
Akka sirrii taate hubachuuf irradeebinee haa caqasnu:
It's cloudy but it’s quite warm outside.
It's really sunny and it's very hot today!
Caalii
Eeyyeegaa, maq-ibsoota kanneen fayyadamuun haala qilleensaa har’aa - ykn walumaagalatti haala qilleensaa biyyakeetii ibsuu dandeessa. Gaalee ‘it’s’ jedhuun sanaan eegaluu hindagatin – ‘it's’ ‘it's cloudy, it's rainy, it's sunny’.
Sian
Now, let’s quickly practise the pronunciation together!
It’s rainy.
It's sunny.
It's cloudy.
Caalii
Tole egaa, haala qilleensaa maq-ibsootaan fayyadamuudhaan ibsuu dandeenya; haa ta’u malee ‘jechoota’ kan akka - amma roobuutti jira jechuu yoo barbaannehoo?
Can you remember? Let's listen to find out…
It's raining now.
Sian
That's right! So you can say ‘it's raining’.
Caalii
Baay’ee gaarii - Xumurarratti malawwan waa’ee ho’insaafi qorraa ittiin dubbannu dhageenye. So we have ‘ho’a – ‘hot’ fi qorra ‘cold’. Wayita ho’aa hintaaneefi qorra hintaane akkaataa ittii dubbatan yaadachuu dandeessaa? Irradeebinee haacaqasnu:
It's quite warm outside.
Sian
That's right – so 'warm' is comfortable – not hot and not cold. We can also say ‘it's cool’ which is closer to cold.
Caalii
Egaa, malawwan waa’ee ho’inaafi qabbana ykn qorraa ittiin dubbannuu tartiibaan qorrarraa gara ho’aatti mee waliin haacaqasnu. Listen and practise the pronunciation:
It's cold.
It's cool.
It’s warm.
It's hot.
Caalii
Amma malawwan babbareedoo fi waa’ee haala qilleensaa ittiin dubbattu baratteetta. Ammammoo yeroon kan shaakala itti gootuudha.
What's the weather like today?
Tole, har’i baay’ee duumessa, garuumoo haalla ho’a - maal jetta.
Sian
It's really cloudy but quite warm.
Caalii
Did you say the same? Amma dhugumatti baay’ee hoa’a, aduu cimaatu jiras – maal jechuu dandeessa.
Sian
It's really hot and sunny.
Caalii
Did you say the same?
Sian
It's raining here in London again! What's the weather like where you are? Come and tell us!
Caalii
Good idea! See you next week for more great episodes of How do I…! Bye!
Sian
Bye!
Learn more!
1. Akkamiin maqibsa haala qilleensaa ibsuu ijaaruu danda’a?
Walumaa galatti 'y' tokko maqicharratti idaata.
Kanaafuu 'rain' 'it’s rainy' ta’a, 'wind' 'it’s windy’ ta’a, 'sun' 'it’s sunny' ta’a (asitti qubee 'n' dacha gochuu si barbaachisa).
2. Waa'ee haala qilleensaa dubbachuuf gochawwan maalii fayyadamuun danda'a?
'It’s raining' fi 'it’s snowing' jechuu dandeessa.
3. Akkamiin ho’aafi qabbana ibsuu danda’a?
Tartiibaan qorraarraa gara ho’aatti:
- it's cold
- it's cool
- it's warm
- it's hot - jechuu dandeessa.
Akkamiin waa’ee haala qilleensaa akka dubbatan?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Gargaarsa
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
karaarra buusu
‘Haalli qilleensaa maal fakkaata?’ jedhamee akka itti gaaffatamuu yaaddachuu dandeessaa?Question 1 of 3
Gargaarsa
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
karaarra buusu
'Warm' jechuuf maqaibsaa ho’a jedhu fayyadamna.Question 2 of 3
Gargaarsa
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
karaarra buusu
‘It’ keessa makuutu sirra jira.Question 3 of 3
Excellent!Great job!Carraa badaa!Qabxii argatte:
What's the weather like today in your town? Tell us on our Facebook group!
Garee Feesbookii keenyarratti nutti himi.
Join us for our next episode of How do I…, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Qooqa daran faayida-qabeessa ta’an dabalataa kan keessatti barannuufi dandeettiiwwankee caqasuu kan ittiin shaakaltu sagantaa keenya How do I…'n yeroo ittaanu walitti deebina.
Session Vocabulary
It's sunny.
Aduudha.It's windy.
Qilleensaa’aadha.It's rainy.
Roobaa.It's raining.
Roobaa jira.It's snowing.
Cabbii buusaa jira.cool
qabbana
warm
ho’a