Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 31
Listen to find out how to ask someone what time they get up.
Namni tokko yeroo kam ciisicharraa akka ka’u akkaataa itti gaafatan hubachuuf caqasi.
Wayiitiwwan marii boqonnaa kana keessaa
Wayitii marii qabxii 31
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
Yeroo kam ciisicharraa kaata?
Listen to find out how to ask someone what time they get up.
Namni tokko yeroo kam ciisicharraa akka ka’u akkaataa itti gaafatan hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kana caqaasitii battallee hojjedhu

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu gara Essential English Conversation baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Qaphii kana keessatti, wayita ciisichaaf gara deemtuu ‘go to bed’ akkasumas cisicharraa wayita kaatu ‘get up’ akkamitti akka dubbattu baratta.
Namoonni lama waa’ee ciisaarra yeroo ka’anii wayita walitti dubbatan caqasi.
Sian
Hi Phil, when do you get up?
Phil
I get up at six o’clock.
Sian
What time do you go to bed?
Phil
I go to bed at ten o’clock.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna.
Jalqaba, Shaan Fiil ciisicharraa yoom akka ka’u ‘gets up’ gaafatte. Caqasiitii irradeebi’i.
When do you get up?
Caalii
Fiil ganama sa’aatii 12:00tti ‘six o’clock’ akka ciisicharraa ka’u daubbate. Jechi ‘o’clock’ jedhu lakkoofsa booda sa’aatii himuuf fayyadamna. Caqasiitii irradeebi’i.
I get up at six o’clock.
Caalii
Shaan ittaansuun, Fiil yoom ciisichaaf gara siree akka deemu ‘go to bed’ gaafatte. Waa’ee yeroo ilaalchisee gaafiiwwan gaafachuuf, yoom ‘when’ ykn sa’aatii kam ‘what time’ fayyadamuu dandeenya – lamaansaanii garaagarummaa hinqabni. Caqasiitii irradeebi’i.
What time do you go to bed?
Caalii
Fiil galgala keessaa sa’aatii afuritti ‘ten o’clock’ ciisichaaf gara siree akka deemu dubbate. Caqasiitii irradeebi’i.
I go to bed at ten o’clock.
Caalii
Baay’ee gaarii. Ammammoo namoonni gara garaa waa’ee yeroo itti ciisichaaf gara siree deemaniifi ciisicharraa ka’anii wayita dudubbatan caqasuudhaan maal akka jette mirkaneeffadhu.
Hi Joseph, what time do you get up?
I get up at six o’clock.
What time do you go to bed?
I go to bed at one o’clock.
Caalii
Tole, amammoo irradeebinee haailaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiitii irradeebi’i. Yeroo kanatti tokkoo-tokkoosaanii al lama dhageessa.
When do you get up?
When do you get up?
I get up at six o’clock.
I get up at six o’clock.
What time do you go to bed?
What time do you go to bed?
I go to bed at ten o’clock.
I go to bed at ten o’clock.
Caalii
Baay’ee gaarii! Afaan Ingilizii hagam dansaa akka yaadattu haa’ilaallu. Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingilizii keessatti maal akka ta’an himi.
Yeroo kam ciisicharraa kaata?
When do you get up?
Ganama sa’aatii 12ttin ciisicharraa ka’a.
I get up at six o’clock.
Sa’aatii kam ciisichaaf gara siree deemta?
What time do you go to bed?
Galgala sa’aatii afurittin ciisichaaf gara siree deema.
I go to bed at ten o’clock.
Caalii
Misha! Tole, amma yeroo kamitti ciisichaaf gara siree akka deemtuufi ciisicharraa akka kaatu akkaataa ittiin gaafattuufi deebii laattu ni beekta. Wantota kanniin yeroo kamitti akka raawwattu wayita Shaan sigaafattu deebii laachuun shaakali.
When do you get up?
What time do you go to bed?
Caalii
Baay’ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi’ii caqasi.
Sian
Hi Phil, when do you get up?
Phil
I get up at six o’clock.
Sian
What time do you go to bed?
Phil
I go to bed at ten o’clock.
Caalii
Hojii gaarii! amma yeroo kam ciisichaaf gara siree akka deemtuufi ciisicharraa akka kaatu Afaan Ingiliziitiin namoota gaafachuu ni dandeessa. Waan baratte shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa tokko barbaaddadhuutii yeroo kam ciisichaaf gara siree akka deemuufi ciisicharraa akka ka’u Afaan Ingiliziin gaafachuun shaakali. Barnoota dabalataa ‘haasawaa arbaachisoo Ingliziin’ English Conversation’iin yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Jechoota, tartiiba sirrii ta’een tarreessuun waan hanga ammaatti baratte mirkaneeffadhu.
What time do you get up?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Gargaarsa
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
karaarra buusu
Ciisicharraa ka’uu ibsuuf jecha maal jedhu fayyadamna?Question 1 of 3
Gargaarsa
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
karaarra buusu
Ciisichaaf gara siree deemuu ibsuuf jecha maal jedhu fayyadamna?Question 2 of 3
Gargaarsa
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
karaarra buusu
Wayita waa’ee yeroo gaafannu jecha kam fayyadamna?Question 3 of 3
Excellent!Great job!Carraa badaa!Qabxii argatte:
Join us for our next episode of Essential English to learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo, kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti, yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
When do you get up?
Yeroo kam ciisicharraa kaata?
I get up at ______ o’clock.
Sa’aatii ______tiin ciisicharraa ka’a.
What time do you go to bed?
Yeroo kam ciisichaaf gara siree deemta?
I go to bed at ______ o’clock.
Sa’aatii ______ttin ciisichaaf gara siree deema.