유닛 2:
유닛 고르세요
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
세션 42
Listen to find out how to buy a ticket.
Akkatti tikeetiin bitamu hubachuudhaaf caqasi.
엑티비티 1
Can I have a ticket to…?
Listen to find out how to buy a ticket.
Akkatti tikeetiin bitamu hubachuudhaaf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Batalee fudhachuuf sagale kana caqasi.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu gara Essential English Conversation'tti baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Kutaa kana keessatti, bakka tokkotti imaluuf tikeetii 'ticket' sibarbaachisu akkamitti akka bittu baratta.
Bakka buufata konkolaataatti waan ta'aa jiru caqasi.
Sian
Hi, can I have a ticket to Birmingham, please? I want to go today.
Phil
Here you are. That's twenty-five pounds, please.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda'iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna.
Dubbattuun jalqabaa tikeetii 'ticket' gara Barmiingham geessu gaafatte. Wantota argachuuf barbaadu gaafachuuf 'Can I have…?' kan jedhu fayyadamna. Caqasiitii irradeebi'i.
Hi, can I have a ticket to Birmingham, please?
Caalii
Har'a 'today' deemuun barbaada jette. Caqasiitii irradeebi'i.
I want to go today.
Caalii
Dubbataan lammaffaa kunooti 'Here you are' jedhe. Nama tokkoof waantokko yoo kenninu ykn hiixannu akkas jechuu dandeenya. Caqasiitii irradeebi'i.
Here you are.
Caalii
Ittaansuunis Fiil gatiin tikeetichaa paawondii digdamii shan 'twenty-five pounds' jedhe. Caqasiitii irradeebi'i.
That’s twenty-five pounds, please.
Caalii
Baay’ee gaarii! Ammammoo, namoonni gara garaa, bakka addaddaatti imaluuf wayita tikeetii bitatan caqasuudhaan maal akka jette mirkaneeffadhu.
Jakoob gaafa Jimaataa 'Friday' gara Manchistar deemuu fedha.
How can I help you?
Hi, can I get a ticket to Manchester, please? I want to go on Friday.
Here you are. That’s twenty pounds, please.
Keliin bor 'tomorrow' gara Gilaasgoo deemuu feeti.
Hi, can I get a ticket to Glasgow, please? I want to go tomorrow.
Here you are. That’s sixty pounds, please.
Caalii
Tole, irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiitii irradeebi'i. Yeroo kanatti tokkoo-tokkoosaanii al lama dhageessa.
Can I have a ticket to Birmingham, please?
Can I have a ticket to Birmingham, please?
I want to go today.
I want to go today.
Here you are.
Here you are.
That’s twenty-five pounds, please.
That’s twenty-five pounds, please.
Caalii
Baay'ee gaarii! Afaan Ingilizii hagam dansaa akka yaadattu haa'ilaallu. Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingilizii keessatti maal akka ta'an himi.
Tikeetii gara Barmiingham geessu argachuu danda'aa maaloo?
Can I have a ticket to Birmingham, please?
Har'a deemuun fedha.
I want to go today.
Kunooti.
Here you are.
Gatiinsaa paawondii digdamii shan.
That's twenty-five pounds, please.
Caalii
Misha! Tole, amma akkamitti tikeetii atobisii akka gaafattu ni beekta. Dubbattuu jalqabaa tikeetii atobisii gurguraa jirtuuf deebii laachuun shaakali.
How can I help you?
Here you are. That's twenty pounds, please.
Caalii
Baay'ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi'iitii caqasi.
Sian
Hi, can I have a ticket to Birmingham, please? I want to go today.
Phil
Here you are. That's twenty-five pounds, please.
Caalii
Hojii gaarii! Amma tikeetii atobisii bituuf Afaan Ingiliziitiin gaafachuu dandeesseetta. Waan baratte shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa tokko barbaaddadhuutii akkatti tikeetii atobisii bittu Afaan Ingiliziitiin gaafachuun shaakali. Barnoota dabalataa Essential English Conversation'iin yeroo ittaanu walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by putting the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessuudhaan wanta baratte mirkaneeffadhu.
Tikeetii gara…geessu argachuu danda’aa?
4 Questions
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
도움
엑티비티
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
힌트
‘Can’ jecha jalqabaati.Question 1 of 4
도움
엑티비티
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
힌트
‘I’ jecha jalqabaati.Question 2 of 4
도움
엑티비티
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
힌트
‘Here’ jecha jalqabaati.Question 3 of 4
도움
엑티비티
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
힌트
‘That's’ jecha jalqabaati.Question 4 of 4
Excellent!Great job!네 안타깝군요이번 점수입니다:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta'i!
Session Vocabulary
Can I have a ticket to ______, please?
Tikeetii gara______ geessu argachuu danda’aa maaloo?I want to go today.
Har’a deemuun fedha.Here you are.
Kunooti.That’s ______ ______, please.
Gatiinsaa ______ ______.