유닛 1: English Together
유닛 고르세요
- 1English Together
- 2English Together
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
- 완료한

세션 1
1 엑티비티First Impressions
05 Feb 2018How accurate are our first impressions of people when we first meet them? In today’s episode we will be discussing first impressions.
Yeroo jalqabaatiif wayita namoota waliin walitti dhufnu, miirri keenya jalqabaa isaaniif qabaannu hangam sirriidha? Qophii har’aa keessatti miira jalqabaarratti mari’anna. - 완료한

세션 2
1 엑티비티Mobile phone addiction
16 Feb 2018Is it possible to spend too much time on your mobile phone? In today’s episode we will be discussing mobile phone addiction.
Bilbilakee harkaarratti yeroo hedduu dabarsuun danda’amaa? Qophii har’aa keessatti waa’ee araada bilbila harkaa mari’anna. - 완료한

세션 3
1 엑티비티Happy at Work
04 Oct 2017Are you happy in your job? In today’s episode we will be discussing whether people enjoy going to work.
Hojiikeetti gammachuu qabdaa? Kutaa qophii har’aatiin namoonni hojiitti bobba’uusaanitti gammachuu qabaachuu isaanii mari’anna. - 완료한

세션 4
1 엑티비티Can we control pain?
02 Mar 2018Can we control pain? In today’s episode we will be discussing whether it’s possible to control physical pain.
Dhukkubbii to’achuu dandeenyaa? Kutaa qophii har’aatiin dhukkubbii qaamarraa to’achuun danda’amu irratti mari’anna. - 완료한

세션 5
1 엑티비티What would you do if you found a wallet full of cash?
30 Jan 2018What would you do if you found a wallet full of cash? In today’s episode we will be discussing money and honesty.
Boorsaa maallaqa guutuu osoo argatte maal goota? Kutaa qophii har’aan waa’ee maallaqaafi amantummaa ilaalla. - 완료한

세션 6
1 엑티비티How long should you wash your hands?
16 Mar 2018How long should you wash your hands? In today’s episode we will be discussing handwashing and hygiene.
Yeroo hangami harka dhiqachuu qabna? Kutaa qophii har’aan waa’ee harka dhiqachuufi qulqullinaa mari’anna. - 완료한

세션 7
1 엑티비티Can we change our personality?
23 Mar 2018Can we change our personality? In today’s episode we will be discussing if it’s possible to change who we are.
Namummaa/nameenya keenya jijjiiruu dandeenyaa? Kutaa qophii keenya har’aan eenyu akka taane jijjiiruun danda’amu isaarratti mari’anna. - 완료한

세션 8
1 엑티비티Is one career enough?
29 Mar 2018Is one career enough?
In today’s episode we will be discussing how the world of work is changing.Hojiin tokko gahaadhaa?
Kutaa qophii keenya har’aan attamin hojiin namootaa jijjiiramaa akka jiru ilaalla. - 완료한

세션 9
1 엑티비티Can we teach the girls of the future with books of the past?
06 Apr 2018Can we teach the girls of the future with books of the past?
In today’s episode we will be discussing how men and women are portrayed in primary school textbooks around the world.
Kitaabilee duriin dubartoota labata borii barsiisuu dandeenyaa?
Kutaa qophii har’aan jarri dhiiraafi dubartoonni attamin kitaabilee mana barnootaa sadarkaa jalqabaa keessatti akka fakkeeffaman ilaalla. - 완료한

세션 10
1 엑티비티Lonely in London
13 Apr 2018Do you think large cities make people lonely?
In today’s episode we will be discussing how easy it is to make friends in a large city.
Magaalaawwan gurguddoo nama qofaatti hambisu jettee yaaddaa?
Kutaa qophii har’aan magaalaa guddoo keessa hiriyyaa godhachuun akkam akka salphaa akka ta’e ilaalla. - 완료한

세션 11
1 엑티비티What makes a good boss?
20 Apr 2018What makes a good boss?
In today’s episode we will be discussing the qualities of a good boss.
Maaltu hoogganaa gaarii nama taasisa?
Kutaa har’aa keessatti waantawwan gaarummaa hoogganaa agarsiisan irratti mari’anna. - 완료한

세션 12
1 엑티비티Why do we need sleep?
27 Apr 2018Why do we need sleep?
In today’s episode we will be discussing how sleep is related to our health.
Hirriba maaliif barbaanna?
Kutaa har’aa keessatti hiribbi akkamiin fayyaa keenya waliin akka walqabatu mari’anna. - 완료한

세션 13
1 엑티비티How to solve the problem of waste
04 May 2018How to solve the problem of waste.
In today’s episode we will be discussing recycling and possible solutions to the problem of waste.
Rakkoo balfaa akkamiin akka furamu.
Kutaa har’aa keessatti waa’ee deebisanii homishatti jijjirruu fi rakkina balfaatiif furmaatawwan malan mari’anna. - 완료한

세션 14
1 엑티비티Inventions that made the modern economy
11 May 2018Which inventions do you think made the modern economy?
Kalaqqawwan kamtu dinagdee ammayyaa tolche jette yaada?In today’s episode we will be discussing which inventions we think are vital to the modern economy.
Kutaa har’aa keessatti kalaqqawwan kamtu dinagdee ammayyaatiif barbaachisaadha jenne akka yaannuu mari’achuuf deemna. - 완료한

세션 15
1 엑티비티Road-mending grandmothers
18 May 2018Do you think people should take complete responsibility for their local area?
In today’s episode we will be discussing whether it was a good thing for a group of grandmothers to fix the road in their village.Namoonni naannawasaaniitti ittigaafatamummaa waliigalaa fudhachuu qabu jettee yaaddaa?
Kutaa har’aa keessatti gareen akkoowwan daandiin gandasaanii hojjechuu ilaalchisee kun yaada gaarii ita’uufi dhiisuusaa mar’anna. - 완료한

세션 16
1 엑티비티Is literature important?
25 May 2018Do you think reading great literature is important?
In today’s episode we will be discussing whether it is important for people to read fiction.
Ogbarruu beekamaa dubbisuun barbaachisaadha jette yaadda?
Kutaa har’aa keessatti, asoosama dubbisuu faayidaa namootaaf qabaachuusaarratti mari’anna. - 완료한

세션 17
1 엑티비티Fathers and parenting
01 Jun 2018Do you think fathers spend enough time with their children?
In today’s episode we will be discussing the possible benefits of fathers spending more time with their children.
Abbootiin daa’immansaanii waliin yeroo gahaa ta’e dabarsu jettee yaaddaa?
Qophii har’aa keessatti abbootiin daa’immansaanii waliin yeroo heddu dabarsuun faayidaalee qabaachuu malan irratti mari’achuuf jirra. - 완료한

세션 18
1 엑티비티Plastic bottle panic
06 Jun 2018Plastic Bottle Panic!
In today’s episode we are talking about the issues surrounding bottled drinks and the environment.Sodaa Qaruuraa Pilaastikii
Kutaa har’aa keessatti waa’ee dhimmoota dhugaatiiwwan qaruuraadhaan qophaa’aniifi haala naannoorratti dubbana. - 완료한

세션 19
1 엑티비티Changing consumer tastes
15 Jun 2018Changing Consumer Tastes
In today’s episode we are discussing how global trends are affecting the things we eat and drink.Fedhi maamiltootaa/fayyadamtootaa jijjiiru
Kutaa har’aa keessatti, haalli deemsa addunyaa waan nyaannuufi dhugnuurratti akkamiin akka dhiibba uumurratti mari’anna. - 완료한

세션 20
1 엑티비티How close is too close?
22 Jun 2018How close do you like to stand to someone when you talk to them?
Nama tokkotti wayita dubbattu hangam itti dhihaattee dhaabachuu feeta?In today’s episode we will be discussing how people in different countries think about personal space.
Kutaa har’aa keessatti, namoonni biyyoota garagaraa jiraatan akkaataa namootaan walitti siqan ilaalchisee waan isaan yaadan mari’anna. - 완료한

세션 21
1 엑티비티Tanzania’s app-based health insurance
29 Jun 2018Tanzania’s app-based health insurance
In today’s episode we will be discussing how mobile phones are changing our lives – for the better.
Beenyaa fayyaa Taanzaaniyaa appii (fayadama) irratti hudaa’eKutaa har’aa keessatti akkamiin bilbilli harkaa jireenya keenya akka jijjiiraa jiran(gara gaariitti) mari’aanna. - 완료한

세션 22
1 엑티비티Late for the wedding
06 Jul 2018What are weddings like where you live?
In today’s episode we will be discussing the similarities and differences between weddings in different cultures.
Cidhawwan bakka ati jiraattutti maal fakkaatu?
Kutaa keenya har’aa keessatti, walittidhufeenyaafi garaagarummaa, cidhawan, aadaawwan garagaraa keessatti qaban mari’anna. - 완료한

세션 23
1 엑티비티Pet therapy
13 Jul 2018Today we will be discussing the idea that our relationships with animals can lead to positive health benefits.
Har’a, walquunamtiin beeyladoota waliin qabnu, fayyaaf faayidaalee gaarii gara argamsiisuutti nu geessuu danda’a yaada jedhurratti mari’anna.
- 완료한

세션 24
1 엑티비티Right-handed or left-handed – which is better?
20 Jul 2018Right-handed or left-handed – which is better?
Harka mirgaan fayyadamuumoo harka bitaa - kamtu irra wayya?In today’s episode we will be discussing whether being right-handed or left-handed makes a difference.
Sagantaa har’aa keessatti bitaacha ta’uu ykn mirgaan hojjachuun garaagarummaa qabaachuuf dhiisuu ilaalchisee mari’anna. - 완료한

세션 25
1 엑티비티How late is too late?
27 Jul 2018How important for you is it that people are on time?
Siif, namoonni sa’aatii kabajanii argamuun hagam barbaachisaadha?In today’s episode we will be discussing how people think about time.
Sagantaa har’aa keessatti namoonni waa’ee yeroo/sa’aatii akkamitti akka yaadan mari’anna. - 완료한

세션 26
1 엑티비티How to spit the bill
01 Aug 2018Going to restaurants can be a wonderful experience… until the bill arrives! In today’s episode we are talking about the cultural issues surrounding who pays the bill.
- 완료한

세션 27
1 엑티비티Hypnotism - madness or medicine?
02 Aug 2018Hypnotism – madness or medicine?
Hipnootisiim – maraattummaa moo qorichaa?In today’s episode we will be discussing the possible advantages and disadvantages of hypnotism.
(Hipnootisiim – jechuun malla qalbii sammuu namaa sillimii keessa galchuun waan dur durii keessa darban akka yaadataniifi fi waan gaafataman himan ittiin godhamuudha).
Kutaa har’aa keessatti, bu’aafi miidhaa hipnotiism qabu mari’anna.
- 완료한

세션 28
1 엑티비티No man is an island
15 Aug 2018Is it better to live in a big city or somewhere quiet? In today’s episode we will be discussing the places where we live.
Magaalaa guddaa tokko keessamoo bakka callisaa ta’e tokko keessa jiraachuu wayyaa? Sagantaa har’aa keessatti bakkawwan iddoo jiraannuu mari’anna.
- 완료한

세션 29
1 엑티비티Age is just a number
16 Aug 2018Age is just a number
Umriin lakkoofsa.
In today’s episode we will be discussing how we can achieve our dreams at any age.
Kutaa har’aa keessatti umrii kamittiyyuu akkamiin abjuu keenya akka fiixaan baafannurratti mari’anna. - 완료한

세션 30
1 엑티비티Persuasion
29 Aug 2018Persuasion
AmansiisuuIn today’s episode we will be discussing how best to persuade other people about our ideas.
Kutaa har’aa keessatti, akkamitti akka gaariitti yaada keenya namoota biroo akkatti amansiisnu mari’anna. - 완료한

세션 31
1 엑티비티Gender pay gap
07 Sep 2018Gender pay gap
Garaagarummaa kaffaltii saala gidduutti hubatamuIn today’s episode we will be discussing the issue of gender pay gap in our society.
Kutaa har’aa keessatti dhimma garaagarummaa kaffaltii saalaa haawaasa keenyaa keessa jiruu mari’anna. - 완료한

세션 32
1 엑티비티Safe as houses
11 Sep 2018Safe as houses
In today’s programme we will be discussing issues around housing in different cultures.
- 완료한

세션 33
1 엑티비티You don’t have to be macho to be male
21 Sep 2018You don’t have to be macho to be male.
In today’s episode we will be discussing male primary school teachers.Dhiira ta’uuf qama cimina dhiirummaa qabaachuun sirra hinjiru.
Kutaa har’aa keessatti waa’ee barsiisota dhiiraa mana barnootaa sadarkaa tokkoffaa mari’anna. - 완료한

세션 34
1 엑티비티Divorce parties
26 Sep 2018Divorce parties
Afeerra/dhangaa hiika gaahilaIn today’s episode we will be discussing people celebrating their divorce with a party
Sagantaa har’aa keessatti waa’ee namoonni cida qopheessuun sirna hiika isaanii ayyaneeffatan mar’ianna. - 완료한

세션 35
1 엑티비티Good morning India!
28 Sep 2018In today's episode we discuss the effects caused by millions of new internet users in developing economies.
Kutaa har’aa keessatti fayyaddamtooota intarneetii haaraa miliyoonotaan lakkaa'aman dinagdee guddachaa jirurratti jijiraama maalii akka fidan mari'anna. - 완료한

세션 36
1 엑티비티How important is the sea?
05 Oct 2018How important is the sea?
In today’s episode we will be discussing whether people value the sea enough.Galaannichi hangam barbaachisaadhaa?
Sagantaa har’aa keessatti, namoonni galaanaaf bakka ta’e yoo kennanuufi dhiisuusaanii mari’anna. - 완료한

세션 37
1 엑티비티The Fourth Industrial Revolution
12 Oct 2018The Fourth Industrial Revolution
Warraaqsa Industrii AfraffaaIn today’s episode we will be discussing how technology continues to change the way we live our lives.
Sagantaa har’aa keessatti, akkaataa teeknooliijiin, jireenya jiraannu jijjiiruu ittifuee jiru mari’achuuf jirra. - 완료한

세션 38
1 엑티비티Eat your leftovers!
10 Sep 2019In today’s episode we will be discussing the relationship between food, individuals and the community.
Sagantaa har’aa keessatti walitti dhufeenya nyaata, namootaafi hawaasa gidduu jiru mari’achuuf jirra. - 완료한

세션 39
1 엑티비티Should we pay kids to do homework?
26 Oct 2018In today's episode we will be discussing whether children should be paid to do their maths homework.
Kutaa har’aa keessatti waa'ee daa'immaan hoj-maneesaanii hojjechuuf kaffalamuufiin irra jiraachuuf dhiisuurratti mar'anna. - 완료한

세션 40
1 엑티비티Cold callers
02 Nov 2018In today’s episode we are discussing unwanted phone calls and what we can do to avoid them.
Kutaa har’aa keessatti waa’ee bilbilawwan hinbarbaachisneefi ofirraa dhorkuuf maal gochuu akka dandeenyu mari’achuuf jirra.