单元 1: How do I...
选择一个单元
- 1How do I...
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
课程 2
Listen to find out how to give someone advice in English.
Nama tokkoof akkamitti Afaan Ingiliziitiin gorsi akka kennamu hubachuuf caqasi.
练习题 1
How do I give advice?
Mala ittiin gorsi kennamu kamtu haalaan irra jabaadha: ‘ta’uu mala ‘Should’ ykn ‘ta’uu qaba ‘have to’? Malawwan biroo ittiin gorsi kennamu hubachuuf sagantaa kana haa caqasnu.
收听音频并完成练习

Caalii
Yooyyaa! gara sagantaa barnootaa 'How do I…' tti baga nagaan dhufte! An Caaliidha. Shaanis naa waliin jirti.
Sian
And I'm Sian. Hello, everybody.
Caalii
Kutaa kana keessatti malawwan garagaraa hiriyootaa ittiin gorsinu ilaalla. Namoonni tokkoo tokko waa'ee Afaan Ingilizii barachuurratti gorsa yoo kennan caqasuudhaan haajalqabnu. Hubachuun kan sirakkisu yoo ta'e, hinyaadda'iin, gara boodaatti akka hubattuuf sigargaarra. Ammaaf gorsa kamtu haalaan gaariidha jettee akka yaaddu murteessi.
Inserts
You should write a diary in English.
How about watching films in English?
You have to visit BBC Learning English.
Caalii
Qajeelfammi si gargaaruu danda'an muraasni achi turaniru. Kamtu haalaan fayida-qabeessa jette murteessitte? Egaa, Shaan, qooqawwan gorsa ittiin kennuuf fayyadamnu haa ilaalluu?
Sian
Yes! The first speaker used the verb 'should'. This is very common for giving advice.
Caalii
Eeyyee. Maaltu 'should' tti aanee akka dhufu qalbeeffaatteettaa? Gocha moo gocha 'to' waliin ta'eedha?
Sian
Let's listen again and find out.
Insert
You should write a diary in English.
Sian
Yes, they used the verb 'write' without 'to'. So after 'should' you just need the verb, no 'to'.
Caalii
Egaa, 'should' booda 'to' n si hinbarbaachisu jechuudha.
Sian
Now, let's quickly practise the pronunciation together! Repeat after me: 'should'.
'should write'
'You should write a diary.'
Sian
OK, great! So now let's look at another way to give advice – we also heard 'how about..?'
Caalii
Eeyyee, haata'u malee 'how about' tti maaltu aanee akka dhufu qalbeeffattee?
Sian
Let's listen again and find out.
Insert
How about watching films in English?
Sian
So, they used the verb 'watching'. So after 'how about' you need the verb with 'ing'.
Caalii
Sirriidha; kanaaf 'gocha' irratti 'ing' dabaluu sibarbaachisa. Akkataa itti dubbifamurratti of eegganno godhi – kun gaafii waan ta'eef yoo sagaleessitu ykn sagaleekee wayita baaftu ol ka'uu mala.
Sian
Let's quickly practise the pronunciation together! Repeat after me: 'How about watching films?'
Caalii
Great – we have one more way to give advice, don't we?
Sian
That's right – 'have to'. But this is much stronger.
Caalii
Egaa , namni tokko wantokko hojjachuun irrajiraachuusaa yoo haalaan hubannu 'have to' fayyadamna. Let's listen again:
Insert
You have to visit BBC Learning English.
Caalii
Kanaafuu, gochi (caasluga) 'have to' jedhutti aanee dhufuu mala. Shall we look at the pronunciation quickly?
Sian
Yes, so 'have' and 'to' together are pronounced /hafta/. Repeat after me: 'hafta'.
'You hafta visit.'
Caalii
Galatoomi, Shaan. Malawwan gaggaarii gorsi ittiin kennamu baratteetta; ammammoo yeroo ati itti shaakaltuudha. Jalqabattatti rakkina nama kanaa caqasi.
Insert
I have a really bad headache.
Caalii
Tole, egaa 'headache' jechuun 'bowwoo mataatti' . Amma qoricha wayi 'some medicine' akka fudhatan 'take' yaada laataa? – jecha 'should' jedhu fayyadamuu ni dandeessaa? Sana booda gorsa Shaan kennitu dhaggeeffattee waliin madaalu dandeessa.
Sian
You should take some medicine.
Caalii
Did you say the same? Amma rakkina nama kanaa caqasi.
Insert
I really want to get fit.
Caalii
Tole, egaa 'get fit' jechuun 'gahumsa qaamaa qabaachuu'. Gaafii 'how about you?' fayyadamuun akka 'Gym ykn jiimii, mana ispoortii itti hojjetan galan irratti' 'join a gym' yaada laachuu dandeessa? Ittaansuun gorsa Shaan kennite wajjin walbirqabi ilaali ykn madaali – akkaataa sagaleessan ykn sagalee kee itti baaftummo hindagatiin.
Sian
How about joining a gym?
Caalii
Did you say the same?
Sian
Ok, so now you know how you give advice to your friends. I think you should practise this now – find a friend and give them some advice – nicely!
Caalii
Yaada gaariidha! kutaa babbareedo 'How do I…? dabalataan, torban dhufu walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Sian
Bye!
Learn more!
Hiriyaa keetiif gorsa kennuuf malawwan adda ta’an maal fayyadamuu dandeessa?
Kanneen fayyadamuu dandeessa:
- You should
- How about
- You have to
Yaada haalaan jabaa ta’e tokko kennuu yoo feenu, akkaataa ijaarsaa (formii) kam fayyadamuu qabna?
Yaada haalaan jabaa ta’e kennuuf ‘have to’ fayyadami.
Akkaataan ijaarsa kanneenii gocha haala bu’uraatiin ijaaramaniin hordofamuu qabuu?
‘How about’ kan gochaarratti ‘ing’ dabalatuun alatti, hundisaanii gocha haala bu’uraatiin bu’ureeffamaniin hordofamu.
- You should write a diary in English.
- How about watching films in English?
- You have to visit BBC Learning English.
How do I give advice?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
帮助
练习题
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
提示
Saganticha keessatti, hima How about listening to music in English? jedhu caqastee?Question 1 of 3
帮助
练习题
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
提示
Haala ijaarsa gochaatiif xiyyeeffannaa kenni.Question 2 of 3
帮助
练习题
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
提示
Gorsa, haalaan cimaa ta’e kennuuf akkaataa kam fayyadamna?Question 3 of 3
Excellent!太棒了!Bad luck!加分:
Nama Afaan Ingilizii fooyyessuuf fedhii qabu tokkoof gorsi gabaabaa ati qabdu maali?
What's your best piece of advice for someone who wants to improve their English?>
Garee Feesbookii keenyarratti nutti himi.
Tell us on our Facebook group!
Qooqa daran faayida-qabeessa ta’an dabalataa kan keessatti barannuufi dandeettiiwwan dhageeffachuukee kan ittiin shaakaltu kutaa keenya ‘How do I… ‘n yeroo ittaanu walitti haa deebinu.
Join us for our next episode of How do I? when you will learn more useful language and practise your listening skills.