单元 2:
选择一个单元
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
课程 45
Listen to find out how to use what we have learned in the last four lessons.
Waan kutaalee barnootaa afran darban keessatti baratte akkatti fayyadaman hubachuuf caqasi.
练习题 1
Travel: Review
Listen to find out how to use what we have learned in the last four lessons.
Waan kutaalee barnootaa afran darbanitti baratte akkatti fayyadaman hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Batalee fudhachuuf sagale kana caqasi.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu gara Essential English Conversation'tti baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Kutaa kana keessatti, waa'ee imalaa, kutaa barnootaa arfan darban keessatti baratte sahaakalta.
Haasaawwaa kannen caqasi.
Sian
How can I get to the bus station?
Phil
You can go by bus or taxi.
. . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . .
Sian
I want to go to Liverpool. How long does it take?
Dave
It takes about six hours.
Sian
Can I have a ticket, please?
Dave
Here you are. That's thirty pounds.
Sian
Thanks. Where does the bus go from?
Dave
From stop seventeen, next to the shop.
Caalii
Hangam yaadattee? Battalee kana hojjachuudhaan haah ilaallu. Deebiisaa dhagahuukeen dura maal akka jettu yaaduuf yeroo qabda.
Tole, gaafiin jalqabaa – akkamiinaan gara buufata atoobusii deemuu danda'a, jedhaa?
How can I get to the bus station?
Caalii
'Atobisiidhaan ykn taksiidhaan deemuu dandeessa' jedhi.
You can go by bus or taxi.
Caalii
'Liivarpuul deemuun fedha. Hagam natti fudhataa?' jedhi.
I want to go to Liverpool. How long does it take?
Caalii
'Gara sa'aa jahaa fudhata' jedhi.
It takes about six hours.
Caalii
'Tikeetii argachuu danda'aa maaloo?' jedhi.
Can I have a ticket, please?
Caalii
'Kunooti. Paawundii soddoma ta’a' jedhi.
Here you are. That's thirty pounds.
Caalii
'Baasiin eessarraa ka’a?' jedhi.
Where does the bus go from?
Caalii
'Waltajji kudhan bakka suuqiitti aanuurra ka'a' jedhi.
From stop seventeen, next to the shop.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda'iin; irradeebitee akka shaakaltu si gargaarraa.
Egaa gaaleewwwan Afaan Ingilizii ammas caqasiitii irradeebi'i.
How can I get to the bus station?
You can go by bus or taxi.
I want to go to Liverpool. How long does it take?
It takes about six hours.
Can I have a ticket, please?
Here you are. That's thirty pounds.
Where does the bus go from?
From stop seventeen, next to the shop.
Caalii
Misha! Tole, amma yeroon kan guutummaa haasichaa itti shaakalamu. Shaaniif deebii laachuun shaakali.
I want to go to Liverpool. How long does it take?
How can I get to the bus station?
Where does the bus go from?
Can I have a ticket, please?
Caalii
Baay'ee gaarii, deebiikee mirkaneeffachuuf guutummaa haasichaa amma irra deebi'ii caqasi.
Sian
How can I get to the bus station?
Phil
You can go by bus or taxi.
. . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . .
Sian
I want to go to Liverpool. How long does it take?
Dave
It takes about six hours.
Sian
Can I have a ticket, please?
Dave
Here you are. That's thirty pounds.
Sian
Thanks. Where does the bus go from?
Dave
From stop seventeen, next to the shop.
Caalii
Hojii gaarii! Amma, bakka tokko gahuuf, tikeetii bituuf, buufata konkolaataattii gaafiiwwan gaaffachuufis ta'e imalli tokko hagam akka sirra fudhatu baruuf akka itti gaafattu barteetta. Barnoota dabalataa Essential English Conversation'iin yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafiidhaaf deebii sirrii ta’e filuudhaan waan baratte mirkaneessi.
Imala: keessadeebii
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
帮助
练习题
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
提示
Kun mala imalaati.Question 1 of 3
帮助
练习题
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
提示
Kun bakka atobisiin irraa deemudha.Question 2 of 3
帮助
练习题
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
提示
Kun yeroo hagam dheeratu akka fudhatuudha.Question 3 of 3
Excellent!太棒了!Bad luck!加分:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta'i!
本课词汇
How do I get to the bus station?
Akkamittan gara buufata atoobisii dhaqaa?You can go by ______.
______n deemuu dandeessa.I want to go to ______.
______n deemuu fedha.How long does it take?
Yeroo hangamii fudhataa?It takes about ______ hours.
Gara sa’aa______fudhata.Can I have a ticket please?
Tikeetii argachuu danda’aa maaloo?Here you are. That’s ______ please.
Kunooti. Gatiinsaa ______.Where does the bus go from?
Atobisiin eessarraa deemaa?From platform ten, next to the shop.
Waltajjii/buufata kudhan, bakka suuqiitti aanee jirurraa.