Unit 1: Listen Here
Select a unit
- 1Listen Here
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
- Completed

Session 1
1 ActivityWhy does X mean ‘kiss’ in English?
09 Nov 2018Millions of people finish their messages with an X, which means ‘kiss’ in English. Learn how X came to mean ‘kiss’ in today’s episode!
Namoonni miliyoonotaan lakkaa’aman dhaamsasaanii ‘X’n xumuru; kana jechuunis Afaan Ingiliziitiin dhungoo jechuudha. Kutaa har’aa keessatti akkamitti ‘X’, ‘dhungoo’ jechuu akka ta’e hubadhu. - Completed

Session 2
1 ActivityWhy do teenagers leave their homework to the last minute?
23 Nov 2018Today we examine one scientist’s analysis of teenagers, homework and the brain. Can she explain why teenagers leave their homework to the last minute?
Har’a xiinxala saayintistii tokkoo hojmanee fi sammuu ijoollee umurii waggoota kudhanoota keessaarratti dhiheesite sakataana. Ijoolleen hojmaneesaanii hanga daqiiqaa dhumaatti maaliif akka utuu hinhojjetin turan ibsuu dandeessii? - Completed

Session 3
1 ActivityWhy do penguins waddle?
30 Nov 2018Penguins have a distinctive walk, or ‘waddle’. Today we discover the scientific theory that explains why penguins waddle.
Pengunoonni deemsa adda ta’e, ykn ‘deemsa gatantarri’ qabaatuu. Har’a yaadrimee (theory) saayinsaawaa kan maaliif pengunoonni deemsa gatantarri fakkaatu akka deeman hubanna. - Completed

Session 4
1 ActivityHow does fat affect the brain?
07 Dec 2018How does fat affect the brain? Today we listen to part of a scientific discussion and explain the ideas around this topic.
Coomni akkamitti sammuurratti dhiibbaa uumaa? Har’a kutaa marii saayinsaawaa caqasuudhaan yaadawwan waa’ee mataduree kanaa ibsina. - Completed

Session 5
1 ActivityWhat can chickens teach us about productivity?
14 Dec 2018Can the behaviour of chickens teach us about our own behaviour? Some studies say it can! Today we are explaining the ideas behind this theory.
Amalli lukkuuwwanii waa’ee amala keenyaa nu barsiisuu danda’aa? Qo’annoowwan muraasni akka danda’am himu. Har’a yaadawwan yaadrimee kana duuba jiru ibsina. - Completed

Session 6
1 ActivityWhat can thinking about death teach us about life?
04 Jan 2019Can considering death help to improve our lives? Today we listen to the thoughts of an end-of-life carer.
Waa’ee du’a hubachuun jireenya keenya fooyyessuu danda’aa? Har’a yaadawwan kunuunsitu namoota du’uutti jiranii caqasna. - Completed

Session 7
1 ActivityWhat happens when we see robots that look like us?
07 Jan 2019Robots can often look like humans, but how does this make us feel? Listen to learn great language around this topic.
Roobootonni yeroo hedduu nama fakkaachuu ni danda’au, garuu kun akka maaltu nutti dhaga’amu taasisaa? Mata duree kana ilaalchisee afaan cimsitee barachuudhaaf dhaggeeffadhu.
- Completed

Session 8
1 ActivityWhy are songs getting faster?
17 Jan 2019Modern life moves very quickly, but why does music need to move quickly too?
Jireenyi hammaayaa saffisaan deemaa jira, garuu muuziqaanis ammoo maaliif dafee dafee deemuun barbaachisee?
- Completed

Session 9
1 ActivityWhy do we say 'you' to describe personal experiences?
25 Jan 2019People often say ‘you’ when describing their own experiences. Today we examine one psychologist’s theory about why this happens.
Namoonni yeroo waa’ee muuxannoo isaanii ibsanitti yeroo hedduu ‘you’ jedhu. Har’a kun maaliif akka ta’e ilalchisee yaadi-rimee ogeessa xinsamuu tokkoo ilaalla.
- Completed

Session 10
1 ActivityWhy was salt so important?
01 Feb 2019Nowadays we judge status and wealth with cars and clothes – but how was it measured in the past? Today we find out why salt was so important!
Yeroo kana sadarkaafi qabeenya konkolaataawwaniifi uufataan murteessina – garuu dur akkamiin safarama turee? Har’a soogiddi maaliif akka barbaachisaa ta’e ilaalla!