Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 23
Listen to find out how to buy food at the market.
Nyaata gabaarraa akkamiin akka bitamu hubachuuf caqasi.
Session 23 score
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
Bakka gabaatti.
Listen to find out how to buy food at the market.
Nyaata gabaarraa akkamiin akka bitamu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Battalee fudhachuuf sagalee kana caqasi.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baru kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu, gara Essential English Conversation, baga nagana dhufte. Ani Caaliidha. Kutaa kana keessatti, wayita bakka gabaatti nyaata bittu qooqa akkamii akka fayyadamtu baratta.
Nama gabaa keessa dinnicha/mosee bitu kana caqasi.
Dan
How can I help you?
Lisa
Hi, can I have a kilo of potatoes?
Dan
Here you are. That’s £1.00.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna.
Jalqabarratti abbaan suuqii akkamiin si gargaaru/ maal si ajajamu? ‘How can I help you?’ jedhee maamilattii gaafate. Kun namoonni suuqii, mana nyaataa fi gabaatti argaman waan ati barbaaddu beekuuf jecha kan sigaafataniidha. Caqasiitii irradeebi’i.
How can I help you?
Caalii
Maamilatiniis dinnicha ‘potatoes’ kiiloo tokko ‘a kilo’ gaafatte. Caqasiitii irradeebi’i.
Hi, can I have a kilo of potatoes?
Caalii
Abbaan suuqii maamilattiif dinnicha/ mosee kunoo ‘Here you are’ jechuun kenneef. Nama tokkotti wayi wayita kenninu akkana jechuu dandeenya. Caqasiitii irradeebi’i.
Here you are.
Caalii
Ittaansuunis gatiin pawondii tokkodha/ £1.00 ‘£1.00’ jechuun mamilatti hime.
That’s £1.00.
Caalii
Baay’ee gaarii! Ammammoo namoonni gara garaa gabaadha wayita nyaata bitan akkamiin akka walgaggaafatan caqasuudhaan maal akka jette mirkaneeffadhu.
Jastiin foon hoolaa ‘lamb’ bitaa jira.
How can I help you?
Hi, can I have two kilos of lamb?
Here you are. That’s £15.00.
Niik qaaraa ‘peppers’ bitaa jira.
How can I help you?
Hi, can I have a kilo of peppers?
Here you are. That’s £2.50.
Caalii
Tole, amma irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingiliziin caqasiitii irradeebi’i. Tokkoo-tokkoosaanii al lama dhageessa.
How can I help you?
How can I help you?
Hi, can I have a kilo of potatoes?
Hi, can I have a kilo of potatoes?
Here you are.
Here you are.
That’s £1.00.
That’s £1.00.
Caalii
Baay’ee gaarii! Afaan Ingilizii hangam dansaa akka yaadattu haa’ilaallu. Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingilizii keessatti maal akka ta’an himi.
Akkamiin si gargaaru? ykn Maal ajajamu?
How can I help you?
Hayyee, dinnicha ykn mosee kilo tokko argachuu danda’aa?
Hi, can I have a kilo of potatoes?
Kunooti.
Here you are.
Innis pawondii tokkodha £1.00.
That’s £1.00.
Caalii
Misha! Tole egaa, amma Afaan Ingilizii fayyadamtee gabaadhaa akkamiin nyaata akka bittu nibeekta. Abbaa suuqiitiif deebii kennuudhaan akkasumas waan barbaaddu gaafachuun shaakali.
How can I help you?
Here you are. That’s £1.00.
Caalii
Baay’ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi’iitii caqasi.
Dan
How can I help you?
Lisa
Hi, can I have a kilo of potatoes?
Dan
Here you are. That’s £1.00.
Caalii
Hojii gaariidha! Amma Afaan Ingilizii fayyadamuun gaafachuu fi nyaata gabaarraa bitu ni dandeessa. Waan hanga yoonaatti barattes shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa/koodee tokko barbaaddadhuutii Afaan Ingiliziin nyaata gaafachuun shaakali. Barnoota dabalataa haasawa Afaan Ingilizii Guyyuutiin yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafichaaf deebii sirrii ta’e filachuudhaan waan hanga yoonaatti baratte mirkaneeffadhu.
Bakka gabaatti
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Namni kun gargaarsa kennuuf gaaffachaa jira.Question 1 of 3
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Namni kun qurxummii bituu barbaada.Question 2 of 3
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Gatii waantokkoo wayita himnu jecha kam fayyadamna?Question 3 of 3
Excellent!Great job!Bad luck!You scored:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo, kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti, yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
How can I help you?
Akkamiin si gargaaru? ykn Maal ajajamu?Hi, can I have a kilo of potatoes?
Hayyee, dinnicha/ mosee kiiloo tokko argachuu danda’aa?
Here you are. Anything else?
Kunooti. Kan biraawoo?
Yes, can I have a kilo of______, as well?
Eeyyee, akkasumas ______ kiiloo tokko argachuu danda’aa?
Here you are. That’s £15.00 altogether.
Kunooti. Walumatti pawondii/ £15.00dha.
That’s expensive!
Wantichi mi’aadha/ qaaliidha.
That’s cheap!
Wantichi rakasa/ rakasha.
fish
qurxummii
chicken
hindaanqoo/ lukkuu
lamb
hoolaa
peppers
qaaraa
potatoes
dinnicha/ mosee
bananas
muuzii