Dubartoota Keeniyaa bishaan argachuuf saal-qunnamtiif gaafataman
Magaalaa Naayrobii iddoo Kibeeraa jedhamuufi namootni harka qalleeyyii hedduun jiraatan keessatti, bishaan argachuun rakkoodha. Asitti dubartoonni bishaan argachuuf murtoo ulfaataa murteessuuf dirqamu.