Carraan Afgaanistaanota NATO waliin hojjataa turanii maal ta'inna laata?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Carraa Afgaanistaanoota NATO waliin hojjatanii maal ta'inna laata?

Lammiileen Afgaan akka turjumaanaatti NATO waliin hojjataa turan amma erga Taalibaan biyyattii to'ateen booda yaaddoo guddaa keessa galaniiru. Yaaddoofi abdii qaban ilaalchisuun tajaajilaan turjumaanaa tokko akkasiin BBCtti hime.