Lola Tigraay: 'Kirara kiyya akka namaattiin itti haasa'a'- baqataa kiraara michoomfate

Ibsa waa'ee viidiyoo, Refugee in Music

Baqataan lammii Itoophiyaa kaampii baqattootaa Suudaniitti argamu kun, attamiin gadda isaatti dhagahamu kiiraaraan muziiqaa xabachuun akka obsu BBC'tti hime.