Gabaasa icciitiin manneen barnootaa Qur'aanaa daa'imman cancalaan hidhanii dararanitti waraabame
Qorannoon BBC News Arabic akka muldhisetti, manneen barnootaa Qur'aanaa Sudaan keessatti daa'imman irratti dararaan hedduu irra gaha.
Ijoolleen dhiiraa ganni isaanii shan tahefaa cancalaan hidhamanii, sheekotaan reebamu.