Ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaa: "Haacaaluun jagna, goota akka isaa miti kan ajjeese mucaakoo"
Ajjeechaan Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 29 galgala magaalaa Finfinneetti kan ajjeefaame ji'a har'aa ture. Magaalaa Amboo qe'ee maatii isaatti argamuun Abbaa isaa Obbo Hundeessaa Boonsaa waliin turtii gabaabaa gooneerra.

