Ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaa: Mormii hawaasa Oromoo lafoo haga qilleensarraan
Hawaasni Oromoo Awustiraaliyaa magaalaa Melborn keessa jiran haala amma dura hin baramneen xiyyaaraan gargaaramuun ergaa dabarsaa mormiisaanii dhageessisan.Viidiyoo: Yaadataa Birhaanuufi Eliyaas Hordofaa


