Biqiltoota akka namaa dhukkuba himachuu hin dandeenyeef fala
"Namni yoo dhukkubsate dhukkuba isaa ofiif himachuu danda'a. Yoo ofif himachuu hin dandeenyelle namni biraa isaaf dubbachuu danda'a. Biqilootni garuu ofii isaanitiin dubbatachuu waan hin dandeenyef maashina isaaniif dubbachuu danda'u kalaqneerra" jedha dargaggoo Jaarmiyaa Baay'isaa.