Koroonaavaayiras: Dargaggeessa meeshaa tuttuqqaa harkaa malee harka ittiin dhiqatan kalaqe

Ibsa waa'ee viidiyoo, koroonaavaayiras: Dargaggeessa meeshaa tuttuqqaa harkaa malee harka ittiin dhiqatan kalaqe

Izaddiin Ahimad hojiilee kalaqaa hedduun beekama. Tibba weerara koronaavaayiras kana ammoo tuttuqqaa harkaa malee meeshaa harka ittiin dhiqatan kalaqee jira. Dhiyaadhaa