Koroonaavaayiras: Akkamiin sirnaan maaskii kaawwatu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Koroonaavaayiras: Akkamiin sirnaan maaskii kaawwatu?

Weerara Koroonaavaayiras ittisuuf Labsii Yeroo muddamaa Itoophiyaatti labsameen namuu manaa oggaa bahutti afaaniifi funyaan haguuggachuu akka qabu akeeka. Haala Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa gorsuun, akkamiin maaskii fayyadamuu akka dandeessan viidiyoo gabaabaduu kanarraa barattu.

Gaazexeessaan BBC Baqqala Atoomaa isinitti agarsiisa.