Koronaavaayirasii: Namni manaa bahuu dhorkamuun bineensotaaf bilisummaa fide
Yeroo dhalli namaa sababa COVID-19 mana manasaatti galee jirutti bineensonni garuu akka fedhiisaaniitti bilisummaan magaalota keessa socho'aa jiru.