Gaaffiifi deebii Janaraal Birhaanuu Juulaa waliin taasifame
Itaamaazhor shuumiin Itti -aanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Janaraal Birhaanuu Juulaa oppireeshinii waraanni mootummaa gama Lixaafi Kibba Oromiyaatti taasisaa jirun milkaa'aa jira jechuun BBC'tti dubbatan.
Ammayyuu Ittaanaatu dubbise.
