Isheen Eenyu?14: ''Nyaata aadaa Oromoo addunyaan akka baruufan xiiqiidhaan masaraa mootummaa galee hojjechaa jira''

Ibsa waa'ee viidiyoo, ''Nyaata aadaa Oromoo addunyaan akka baruufan xiiqiidhaan masaraa mootummaa

Godina Wallagga Lixaa Aayira Gullisootti dhalatanii guddachuu kan himan aadde Maammituu Makuriyaan nyaata aadaa Oromoo Magaalaa Finfinnee keessatti dhiheessuudhaan beekamu.