Isheen Eenyu? 5: Hoggantuun Microsoft Afrikaa Bahaa Amrootee Abdallaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Hoggantuun Microsoft Afrikaa Bahaa Amrootee Abdallaa icciitiin milkaa'inaa dubbatti

Amrootee Abdallaan gama teekinolojiitiin Afrikaa gara guddinaatti ceesisuu barabaaddi.