Boolla Qayyaa Kamiseetti: 'Dhiirri nadhoo qayya aarfattu ilaala'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Dhiirri nadhoo qayya aarfattu ilaala'

Miidhagina qaamaaf maloota aadaa hawaasni fayyadamu keessaa tokko qayyi isa tokko.

Haati Kamisee Aanaa Dawwaa Caffaatti BBCn dubbise tokko ''Akkam jedheen odoo [qayya] hin aarfatiin dhiira waliin bula?'' jedhu.

Viidiyoon Yaadataa Birhaanuu fi Haabtaamuu Xibabuu