Wa'ee bara haaraa Itoophiyaa lammileen biyyoota biroo hagam beeku?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Wa'ee bara haaraa Itoophiyaa lammileen biyyoota biroo hagam beeku?

Itoophiyaan addatti bara akka lakkooftu lammileen biyyoota biroo hagam beeku? Barri haaraa kun meeqa?

Gaazexeessitoota BBC fi namoota kaan magaalaa Nayirobiitti arganne gaafanneerra.