Jail Ogaden: Waraabessa waliin mana hidhaa tokko keessa
Maxxanfame
Mana hidhaa naannoo Somaaleetti 'Jail Ogaden' keessatti yakka hamaatu raawwatamaa ture.
Kaan qeerransa waliin, kaan ammooo waraabeessafaa waliin hidhan. Hidhamtoota duraanii dubbifneerra.