Marsabiit, Keenyaa: Faaya aadaa lubbuu haadholiifi daa'immanii oolchaa jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo, Faaya aadaa lubbuu haadholiifi daa'immanii oolchaa jiru

Faayni aadaa bareedinaaf harkatti kaayyatan attamiin lubbuu oolchuu danda'a? Odeessa kanaan ogeettiin fayyaa Boorana keessaa, teeknooloojii fayyadamuun attamiin lubbuu haadholii oolchaa akka jirtu isinitti himna. Dhiyaadhaa.

Viidiyoo kana kan midhaassan: Eliyaas Mulugeetaa Hordofaa fi Yaadataa Birhaanuu